App Battery Bilbila Keesanii isinif Qusatu

Assalaam alekuma worahmatullah wobarakaatuhuu akkam nagumaa ? baga nagaan jiraattanii yoona geessan maarre arra wanti nuti qabannee isiniif dhihaannne akkuma matadureetti isiniif ibsuuf yaalleti
APP charjii mubaayola keessanii isiniif qusatu
haala isin itti argattanuufii itti fayyadamtan barreffamaan waan isiniif ibsinuuf suuta dubbisaa.

APPIN kun faayidaa hedduu qaba isaan keessaa inni tokko chaarjii mubaayila keessanii qusachuudha haala inni isin ajajee hojiirra oolchuu dhaan akkaataa nuti isin agarsiifneen itti fayyadamtu.

Fakkeenyaaf osoo APP kana hin fayyadamin charjii
yeroo tokko itti guuttattan sa’aatii 3 kan fayyadamtan yoota’e erga APP kana buufattanii gara sa’aatii 5 niitti akka turu isiniif taasisa maarree faayidaan inni tokko kana yoota’u gara faayidaa app kanaa isa dabalataatti dabarfanna.

VAYIRASI YOKAAN WAAN MOBAYILA KEESSANIRRAATTI HIMBARBAACHIFNE QULQULLEESSUU

APPIN kun faayidaan inni lammataaa inni isiniif jojjetu vaayirasii mobaayila keessanii kan application kambiroo mobaayila keessanirratti fe’an niqulqulleessa akkuma beektan appiin mataa isaa danda’e kan vaayirasii qulqulleessuu qofa tajaajilu nijira nutis amma dura isiniif hojjennee turre amma isa san gubaatii waan haaraa kana fayyadamaa

Fakkeenyaaf vaayirasii mobaayila keessan keessa
jiru inninuu hamma isaa yookaan baay’ina isaa
herreeguun bifa notification isiniif muldhisa yeroo
yeroon ilaaluun qulqulleeffachuu dandeessu
kana erga hammana hubattanii gara faayidaa
app kanaa isa sadaffaatti dabarfanna

MUBAAYILA OWWU HIR’ISUU

APPIN kun faayidaan isaa inni sadaffaan mobaayila hu’u yookaan kan hin arifanne akka innii hin owwineefii akka inni arifatu wogga isin goroggortan isiniif taasisa asirratti wanti isin hubachuu qabdan ofumaa isaatiif bakka rakkoo mobaayilli keessan qabu ilaalee isiniif sirreessa jechuudha

Fakkeenyaaf irra caalaan jawaalaa kan gb xiqqaa
fakkeenyaa gb 8 fi 16 akkasuma 32kana ta’e irracaalaan rakko kanaan kan miidhamam ta’a
kanaaf appiin kun rakko mobaayilli sun qabau
ofumaa isaatii hordofuun isiniif sirreesaa

Maarree aplicationni akkanaa silkii keessanirratti
dirqama jiraachuun barbaachisaadha app tokkicha kan faayidaa hedduu kennuudha fakkeenyaaf waan armaan olitti isiniif ibsine kana amma dura app mata mataa qabu isinis app kana hunda buufattaneettu ta’a kanaaf hunda isaa gubuun isa tokkichi waahedduu dalagu kana buufadhaa

WAA’EE APP KANAA

APPIN kun yeroo dhihoo kan play story irratti fe’ame yoota’u namoonni hedduun buufataneeru akkasuma namoonni hedduun star kan godhaneefi kan jaalatan yoota’u Appin kun silkii keessanirrati bootaa xiqqoo fudhata akkasuma beeksisa garaa garaa hinqabu appiin kun haala silkii keessaniif mijateen hojjetame

kan biraa ammoo jawaalli keessan chaarjii dafee dafee akka fudhatu taasisa fakkeenyaaf silkiin keessan sa’aatii lamatti kan guutu yoota’e sa’aa tokkof wolakkaati akka isiniif guutu kan godhu yoota’u nageenya dhakaa mobaayila keessaniis ni’eega

maarree app bareeda kana bakka nuti liinkii
keenye kanaa qofa akka buufattani sababni isaas
app isa pro yookaan isa filatamaa filannee
asirra isiniif keenyeerru isa play story yoo buufattan qulqullinaan isiniif hojjechuu dhabuu danda’a waan dubbiftaneef galatoomaa

Charger App As Tuqaa Buufadha fNG

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *