App Humna Saffisa intarneeta isinif Dabalu

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuu
jirra jirtuu bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsinetti app saffisa intarneetaa yookaan humna interneetaa isiniif dabalu qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma barreeffama keenyaa suutaan dubbisaa

Appin arra nuti qabannee isiniif dhihaannee keessaafuu namootaa naannoo shabakaan laafaa
ta’e jiraataniifii akkasuma wifi dadhabaa fayyadaman hundaaf hedduu isin fayyada kanaaf suuta waan nuti isin barsiifnu kana hubadhaa

Akkuma beekamu yeroodhaa gara yerootti technoolijin jijjiiramaa taa’a hanga yoonaa appiin garaagaraa hedduun kan waan hedduu hojjechuu danda’u bahee ummata fayyadaa jira. garuu amma yoonaa kan intareneta saffisaan namaaf dalagsiisu keessaa inni arra nuti isin barsiifnu isa jalqabaati

Namoonni amma dura bakka shabakaan dadhabaa yoo jiraatan shabakuma dadhabaa fayyadamaa kan turan yoota’u arra booda garuu furmaata bareeda kan isiniif ta’u argameetiin jira interneeta qofa osoo hintaanee wifi illeen haala gaariin saffisaan isiniif hojjechiisuu danda’a

WIFi SAFFISAA ARGACHUUF

wifi saffisaa ta’e argachuuf haga yoonaa rakkisaa ta’e kanture ammma gabaabumatti app kana fayyadamuun wifi keessan saffisaan akka dalagu gochuu nidandeesu fakkeenyaaf wifi tokko namoonni hedduun kan fayyadaman yoota’e wifi dadhabaaa kanta’u yoota’e namni app kana fayyadamu namoottan wolin wif
tokko fayyadamaa jiran irra harka caalu akka fayyadamtan appiin kun isin gargaara

HUMNA ENTERNETAA FII WIFI BARUU

Appiin kun humna intarnetaa saffisuu qofa osoo hintane faayidaa dabalataalleen niqaba innis humna entarneetaa fii wifi ifaan ifatti isin beeksisa kana jechuun bakka shabaaan irra heddumminaan dalagus kallattii isiniif kaa’uun gabaabumatti baruu nidandeesuu

Egaan app kana kan argattan bakka nuti liinkii isiniif
keenyerraa kan buufattan yoota’u nuti yerookamuu app isa orginaala filannee isiniif keenya haala isin app kana itti fayyadamtan vidio nuti hojjennee facebookaa fii tik tok akkasuma youtube telgrama kenyarra isiniif keenyu hordofuun gabaabuma tti itti fayyadamuu nidandeessu

jalqaba app kana erga buufattanii shabakaa tokkon malee kan itti fayyadamuu dandeessan yoota’u appiin kun beeksisa hinqabu silkii keessanirrattille dhiibaan inni fidu hinjiru dabalataan appinkun bootaa
hedduu hinfudhatu silkii keessan hinrakkisu
silki koo guuta yookaan bootaa najalaa fixa jettanii wanti isin sodaattan tokkollee hinjiru

kanaaf app kana ofii keessaniif erga fayyadamtanii hiryoottan keessaniifis qooduun namoottan rakkoo akkanaa qaban biraan akka nuuf geessan kabajaan isin kan gaafannuta’a yeroo kamuu namoonni waan nuti isin barsiifnu woliif qooddaa yoona geesan nu’iifillee hamilee jabaa ta’a nutis isiniif jecha yeroo keenya itti kenninee hojjetaa waan jirruuf isinis gargaarsi isin nuuf gootan yoojiraate sher
nuuf gochuu akkasuma like gootanii nujajjabeessuudha

barnoota jajjaboo akkanaa argachuuf yeroo kamuu barreeffama nuti isiniif barreessinu sirnaan yoo hordoftam fayyadamaa taatu kanaaf nutilleen waan dubbiftaneef isin galateeffachuu barbaanna nuuf jiraadhaa bakka jirtaan hundatti nagaa ta’aa isin jaallanna dhumarratti app kana namaafis akka qooddan kabajaan isin gaafanna

App As tuqa Buufadha MX

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *