App Password Wifi Barbaadanii isniif cabsuu Danad’u

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuu
jirra jirtuu bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti paaswardii wifi kamiinuu cabsuu nidandeessu

Egaan kabajamtoota hordoftoota keenya akkaataa ittiin wifi cabsuu dandeessaniifii APP wifi cabsuuf isin gargaaru qabannee waan isiniif dhihaanneef barreeffama keenya kana hanga dhumaa suutaan dubbisaa nutis akka isiniif galuufii akka dubbifamaaf isiniif mijatutti haga dandeenye qubee afaan oromo eeggannee isiniif barreessuuf yaalla.

Kabajamtoota hordoftoota keenya akkuma beekamu namoonni APP wifi cabsu kannen garaa garaa kan hojjechuun isaa hin amansiifne barsiisaa turan. nutimmoo fedhii hordoftoota keenyaa guutuuf app wifi guutummaan guutuutti isiniif cabsuu danda.u qabannee isiniif dhihaannee jirra

WAA’EE APP KANAA HUBADHAA

Jalqaba App kana bakka nuti liinkii isiniif keenyee
seeraan vidio nuti soshaal midiyaa irratti hojjennu
erga laaltanii bakka nuti liinkii keenye irraa app
isa orjinaala buufattu hubadhaa app bakka biraarraa buusuu hinqabdanu.

Erga App kana buufattanii booda wifi naannoo keessan jiru APPI dhuma sanatu isiniif tarreessa tokkoon tokkoon wifi naannoo keessan jiruu haga inni isin irraa fagaatu kiilo meetiraan isiniif kaa’a sana booda isin kan irra caalaatti netwarkii guutuu qabu ilaaluun paswardii isaa cabsuun seentanii itti fayyadamuu dandeessuu.

Keessaafuu shamarran madaamiin wifi isin dhorkatte osoo madaamiin himbeekin haala gaariidhaan itti fayyadamuu dandeessu.APPIN kun irra caalaa isin fayyada hubadhaa app kanan wifi yoo fayyadamtan rakoon inni isin irraan gahu tokkollen hinjiru .

Yookan madaamii keessanii cabsuu kansodaattan
ta’ellee kan ollaa keessan jiru kan abbaa feetanii
cabsuun itti fayyadamuu dandeessu.maarree
karaa gabaabaan wifi argattu jechuudha.kanaafuu
ofiifis erga fayyadamtanii booda hiryoottan keessaniifilleen sher gochuu hindagatinaa

ITTI FAYYADAMIINSA APPI KANAA

APPIN kun yeroo dhihoo kan hojjetame yoota’uu
namoonni hedduun buufachuun itti fayyadamaa jiru appiin kun jalqaba shabakaadhaan paswardii
cabsuu danda’a. hubadhaa appiin kun kan shabakaa barbaadu yeroo jalqabaatiif qofa.erga wifi nama tokko cabsitanii booda yoo wifi sun isiniif hin arifanne ta’e wifi dabalataa cabsuuf wifi isuma sanatu isin tajaajila

Hubadhaa yeroo wifi cabsuuf yaaltan kanisinitti
dhihaatu appinsun waan isinitti agarsiisuuf kan isinitti dhihaatu yoo fayyadamtan isiniif si’achuu danda’a kambiraas ilaaluun akkumafeetanetti itti fayyadamtu.

Kanaafuu kana booda worri daataa bittanuufii
vpn isiniif dalaguu didee isin cinqu akkasuma madaamin wifi isinirraa uggurtu kanabooda
cinqiin hafe jechuudha Appi kanarratti gaafii yoo
qabaattan karaa youtube keenyaan kommenti
jalatti yaada keessan nuuf qoodaa nutis gaafii
keessaniif deebii quubsaa yookambarbaachisu
ta’e irra deebiin viidio kan isiniif kan hojjennu ta’a

Akkuma beektan nuti yeroo hunda waan barsiifnu osoo hin gadhiisin dursa ofiifii hiyoota keenyaan
yaalii erga goonee booda isiniif gadhiifna.kanaaf
waan hojjennutti ofitti amanamummaa qabna.
waan dubbiftaneef ulfaadhaa galatoomaa yeroo
gaarii isiniif haata’u

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *