App Suura fi Video isin Dura delete ta’e Hunda isinif deebisu fayiloota isin dura badan Hunda

Duraan dursa baga bara haaraadhaan isin gahe worra baranaa kan bara egeree isiniin jechuun barbaada .

Kanatti aansuun waan haaraa bara haaraan wol fakkaatu kan isin yeroo dheeraaf barbaadaa turtan

maamiltoota keenya arra kan nu isiniif qabannee dhihaanne app suuraa gubate fii vidio akkasuma fayili hunda guutummaan guutuutti isiniif deebisu kan bara haaraa isiniif qabannee dhihaannee jirra.

Kabajamtoota horduftoota keenya akkuma beekamu
waa.ee app kanaa barreeffamaan waan isiniif ibsinuuf
suuta yeroo muraasa kennaatii dubbisaa.

APP amma dura kan suuraa deebisu irra deddeebiin yeroo baay.ee isin barsiisuun keenya niyaadatama.‼️ kan arra isiniif qabannee dhihaanne kun ammoo kaduraarra waahundaan adda.

Fakkeenyaaf appin amma dura isin buufattan guutummaan guutuutti waan isin jalaa gubate isiniif hindeebisu.inni ammaa kunimmoo guutummaan guutuutti isiniif deebisuu danda.a

FAAYIDAAN APP KANAA MAALI?

Akkuma isinuu beektan faayidaan app kanaa inni guddaan dingataan waan gaalaarii keessan keessaa gubdan waan akkanni gubatu hinfeene fakkeenyaaf suuraa ijoollummaa keessanii suuraa firoottan keessani fii vidiolee seena qabeessa kan akkanni gubatu hinfeene yootasa gubdan isiniif deebisa.

Dabalataan suuraalee fii fayilii tokko tokko
isiniif qabee turuu nidanda.a waan gaalaarii keessaatti dhokfachuu feetanis achi kaawwachuu nidandeessu.

APP inni haarawni kun akkuman armaan olitti isiniif ibsuuf yaaletti isa kan duraarraan adda waahedduudhan fakkeenyaaf bootaa mobaayila
keessanii hedduu kan hin fuuneefii beeksisa kan
hin qabne yoota.u shabakaas heddu hin nyaatu.

YOJAWWAALLI NUJALAA BADE AKKAM GOONA?

Fakkeenyaaf yoo jawaalli keessan bade yookaan hatuun isin jalaa hate suuraa achirra jiru ni argattu jalqaba wanti isin gootanu email keessan kan jawaala isa isin jalaa badee sanaan jawaaluma haaraa bittan irratti banattu

itti aansuun APP kana buufattu sana boodasuuraale yookaan fayili isin jalaa gubate scine gootani sana booda suuraa gaafa email kan jawaala san irra jira sana hunda ol isiniif baasaa.sana boodawaan isin jalaa gubate argattan jechuudha.

SUURAA GUBATE DEEBISUUN MAALIIF BARBA CHISE?

suuraaleen gubate kan akka suuraa ijoollummaa keessanii faa baay.ee nama gaddisiisa yoo gubate
viidiolee gaafa aruusa keessanii  worri isin jalaa
gubate yoo jiraate dafaa app kana buufadhaa debisaa hanga ijoollee keessanitti darb eeggachuu dandeesu

dhugaan isiniin jedha app kana yoo buufattan
itti gammaddu. hiryoottan keessaniifillee
dabarsuu hindagatinaa haala itti fayyadama isaa
vidio youtube keenyarra isiniif keenye laaluun iiti fayya damaa

barreeffama kana namni dubbise osoo vidio hinlaalin itti fayyadama isaa barreeffama keenyarra nihubata jennee yaadna

App As tuqa Buufadha LKS

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *