App Suura fi Video keessatti dhokfachuu Dandeesan App Aja’ibaa

Assala alayikum warahmatullaahi wobarakaatuu jirra jirtuu alaamanaan sa.aa namaan baga jiraattan isiniin jechaa arra kan nuti qabannee isiniif dhihaanne APP vidio -suuraa -barreeffama -fii awudio keessa kaawwattan qabannee isiniif dhihaannee jirra.

Egaan kabajamtoota hordoftoota keenya akkuma beekamu waa.ee app kanaa barreeffamaan waan
isiniif ibsinuuf suuta obsaan dubbisaa

Egaan APPIN arra isiniif qabannee dhihaanne kun
app haalaan filatamaa ta.e kan iccitii mataa keessanii keessa keewwattan kan bara dheeraa isiniif turuu danda.uudha

APPIN kun vidio -yookaan -suuraa -fii awodio -akkasuma barreeffama tokko yookeessa keewwattan paswardii kan mobaayila keessaniin addaa itti galfattu.

Kanabooda  akka tasaa mobaayila keessan hattuun
yoohate yookaan yoo isinirkaa bu.ee bade gabaabumattii mobaayila haaraa yoobitattan
email tokkoon male APP sana mobaayila keessan
haaraa bittan irratti gadi buuftu.

sana booda paswadii gaafa mobaayila isin jalaabaduu sanarratti app kana ittiin qolloftan yoo itti naqxan vidio keessaniifii waan achi keessa dhokfattan hundaisiniif olbaasaa waan ajaa.ibaati

FAAYIDAAN ADDAA APPIIN KUN QABU MAALI?

APPIN kun wannoota armaan olitti isinitti himneen alatti faayidaa addaalle niqaba. innis baatirii mataasaa danda.e niqaba baatirii kana ibsachuuf qolfii banuu isin himbarbaachisu

Faayidaan inni dabalataa keessaafuu namoonni
mobaayila gibi xiqqaa ta.e qabattan appiin) kun sirriitti isin fayyada.fakkeenyaa vidiolee isin mararu kan isin gubuu hin feene garuu sababa mobaayilli keessan guute qofaaf kan gubuu barbaaddan

App kanatti galfachuun /yoofeetan app kana mobayila keessanirraa nigubdu.sana booda guyyaa barbaaddan app sana akka haaraatti play story irraa buufachuun paswadi keessan itti naqattu sana booda waan achi dhukfattan guutuu argachuu dandeessu.

WA.EE APPI KANAA MOBAYILA KESSAN WOLIIN AKKAMI?

Tokkoffaa appin kun shabakaa male kan hojjetuudha. lammaffaa mobaayila keessanirratti bootaa xiqqoo qofa kan fudhatuu yoota.u nammonni miliona heddun buufataneeru isinis nijaallattu

Kanaaf amma booda rakkoon mobaayila
guutee isin cinquu arra booda guutummaan guutuutti nifurama jechuudha .faayidaan app kanaa kan amma isiniif ibsineen alatti hedduudha

maarree isinis app kana buufachuun erga itti fayyadamtanee booda hiryoottan keessaniifis sher
godhaa gaafii qabdan karaa toora koomentii youtube keenyaafii telegraama keenyan nugaafadhaa.

yeroo gabaabaati isiniif deebifna waan dubbiftaneef galatoomaa.ulfaadhaa

App As tuqa Buufadha KLN

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *