App suura Keessan Vidiyoo Nama Biraa keessa isiniif Kaa’uu Danda’u

Assalaam alaykum worahmatullahi wobarakaatuhu jirra jirtuu alaamanaan sa.aa namaan maatii waatiin akkam nagumaa?

Nageenyatti aansuun arra wanti nuti isiniif qabannee dhihaanne (APP ) suuraa keessan vidio nama biraa keessa kaawwaachuuf isin tajaajilu qabannee isiniif dhihaanneerra.

Maarree kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota midiyaa keenyaa akkuma beekamu waa.ee (app)kanaa barreeffamaan waan isiniif ibsinuuf obsaan dubbisaa.

APPIN KUN MAALFAA HOJJECHUU DANDA’A?

Akkuma tik tok irratti argitan namoonni baay’een
vidio namaa keessa suuraa isaanii galchuun
vidio babbareeda hojjechaa jiru kanaan wolqabachun irra hedduun hordoftoota keenyaa karaa keessan gaafii kana akkaataa ittiin hojjetamu nugaafachaa jiru

Maarree nuti gaafii namootaa kana hubachuun app kana barbaannee arginee kunoo isiniif qabannee dhihaannee jirra isinis itti fayyadamaa.

APPIIN kun suuraa dhuma keessan akka feetanitti
kaatanii app kana erga gadi buufattanii keessa
seentu .sana booda filannoo vidio isiniif dhiheessa. vidio isiniif dhihaate ilaaluun kan haalli isaa isinitti tole filattu sana booda gaalaarii keessan keessaa suuraa feetan fiduun irra galfattu

APPIIn ku irra baay’inaan istaayila dubartiitti waan
hojjetameef kan dhiirotaas vidio babbareedatu jira sana filachuun hojjetu appiin kun beeksisalleen waan qabuuf suuta itti fayyadamtu beeksisa isaa yoolaaltan malee itti fayyadamuu
hindandeessanu beeksifni isaas sekondii soddomaa hanga kudha shaniiti.

WAA’EEN APP KANAA MAALI?

APPIIN kun playstoory irratti yeroo dhihoo kan fe’ame yoota’u yeroo gabaabaa keessatti namoonni hedduun buufataneeru APPIN kun sayizi yookaan bootaa mobaayila keessanirratti xiqquma fudhata.

APPIIN kun suuraa keesssan akka inni libsatulleen
nigodha. ija keessan cufee bana ija suuraa keessanii jechuu kooti kanamalee waan hedduu qaba dabalataan appin kun yeroo dhihoo hojii waan eegaleef siichillee waan haaraa fiduun nimala kanaaf app yoroo dhihootti akkanatti fudhatama argate itti fayyadamuun bareeda

FAYIDAAN DABALATAA APPIN KUN QABU MAALI?

App kana qofa osoo hintaanee application garaagaraa kan haaraa dhufan waan gudda hojjechuu danda’an isiniifillee beekamtii midiyaa ni argamsiisa fakkeenyaa wanta haaraa namni tik tok irratti hin argin isin yoo posti gootan vidion keessan sirriitti akka ilaalamu godha tik tok keessanis dafee guddata.

kanajechuunisinis beekamtii argataa deemtan jechuudha kanaaf tik tok irratti namaan sher
naaf godhaa jedhanee iyyaa ooluurra waan nama
ajaa’ibu gaafa hojjette namni ofumaan sher like follow sigodha

APPIN kun shabakaadhaan waan dalaguuf
yoo shabakaa hinqabne itti fayyadamuu hindandeessanu

Kanaaf app kana haga barreffamaan isiniif ibsuu
yallerra vidio isiniif hojjenneerra isas ilaalatii
hiryoottan keessaniif sher godhaa app kana
akka buufatan godhaa nulleen jajjabeessaa

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *