App Yeroo Bilbili isinif Bilbilamu Maqaa Abbaa isinif Bilbilee Sagaleen isinif wamee isinif himu

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti APPI nama isiniif bilbile yookaan isiniif barreessee maqaa adda baasuun  isiniif himu fii faayidaa dabalataa hedduu qabu qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma sagantaa keenyaatti obsaan dubbisaa

Egaan kanajamtoota maamiltoota keenya Appin arra nuti isin barsiifnu soshaal Midiyaa hunda kanneen akka whatsaapp Imo telegrama bilbila kallatti fii gosa barbaaddaniin miiseejii isinii dhufuufii bilbila isiniif bilbilamu  maqaa nama isiniif bilbilee yookaan miseejii isiniif ergee
Waamuun isin beeksisa

Maqaa waamee wogga jennu maqaa Kan appiin kun sagaleen waamu maqaa Namootaa isa isin barreeffattan yookaan Maqaa isa isin lakkoofsa namaa ittiin Seef geetan sanaan waamuun ebelu
Siif bil bile yookan ebelu waatsappiin Sagalee siif qabe yookaan ebelu miiseejii Siif erge jechuun isin tajaajila

Kun waan baay’ee gaariidha fakkeenyaaf Akka rasaa isin mobaayila keessan bira yoo hinjiraanne yookaan hojiirra jiraattanii Silkii keessan kiisaa fuudhuuf rakkattan Gabaabumatti nama sana baruu nudandeessuu erga bartanii yoo nama Dirqama irraa kan kaafamu ta’e nikaaftu
Jechuudha

BAATIRII YOOKAAN IBSAA MOBAYILAA

Inni dabalataa ammoo baatirii keessan Parsantii haga inni irra jiru isin beeksisa. Kana jechuun isin dursitanee parsantii haga inni itti isin beeksisuu qabu irra keewwattu sana booda bakka isin irra
Keewwattan sana wogga hagee sagaleen Baatiriin kee haganatti galeera jechuun isin beeksisa. Akkasuma baatiriin keessan. Wogga guute akka mobaayila keessanirra rakkoon bingeenye akka isin irraa fuutan Isin beeksisa

Keessaafuu kun baay’ee waan barbaachisaadhaa maaliif yoojettan Akkuma beekamoo yeroo hedduu namni Ibsaarra kaawwatee waan rafuuf irratti
Dagachuu danda’a sanabooda silkiikeessan rakkoo irra gahuu danda’a

Kambiraa ammoo wogga meessejiin Yookaan isiniif bilbilamu silkiin keessan. Baatirii akka ibsuu isiiniif gochuu nidanda’a Kana kechuun halkan faa bakka ibsaan hin jirretti silkii keessan battalumatti Akkka arguu dandeessan isin gargaara

SUURAA BILBILA DUDDUUBAA

Inni dabalataa ammoo suuraa wogga Namni isiniif bilbile nama isiniif bilbile.. Sana suuraa isaa akka inni ol isiniif baasu Yoofeetan jal qaba lakkoofsa nama Barbaaddanuu sanarratti suuraa isaa
hiitu sana booda namni sun yogga bilbile Suuraa isaatu bakka bilbilaa irratti ol baha

Egaan hordoftoota keenya appin kun
Mobaayila keessan irratti bootaa xiqquma Kan fudhatu yoota’u  link isaa baka nuti isiniif keenyee qofa buufadhaa kana Malee vidio nuti midiyaa keenyarra gadhiifnu seeraan hordofaa hir yoottan keessaniif qooduu hindagatinaa nagaan nuuf turaa galatoomaa waan nu hordoftaniif ulfaadhaa yeroo hunda akkuma kana yoo dubbiftan bu’aa guddaa isiniif qaba

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *