Bilbila isin Dura Badee Tokko Salphumatti Argachuuf

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuu magaan keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsinetti APP bilbilli keessan yoo bade masmara malee itti bilbiltanii argachuu dandessan qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma barreeffama keenyaa suutaan dubbisaa

Appin arra nuti qabannee isiniif dhihaanne kun waan baay’ee ajaa’ibaati fakkeenyaaf bilbilli keessan yoo isinjalaa bade yookaan hattuun hatte masmarallee keessaa baafte shabakaa tokkofii masmara malee bilbila keessanitti bilbiluu nidandeessu kana malees bakka bilbilichi jiru gabaabumatti baruu dandeessu

Waan isin ajaa’ibu bakka bilbilli keessan jiru shabakaa
malee locetion isaa argachuu dandeessu maal kana qoafa bilbila keessan sanarra file yokaan vidio suuraa waan silkiin keessan qabate hunda gubuu yokaan deebiftanee gara silkii biraatti dabarfachuu dandeessu kana jechuun silkii keessan bakka inni itti bade sanaa osoo hin argin silkii biraatiin

fakkeenyaaf vidio silkii tokkorraa gubatullee haala kanaan yoo dursitanee sirreeffatan yeroo itti aanutti vidion kamuu yoo gubate deebiftanii argachuu nidandeessu suuraa bara dheeraa akka turu yoofeetan app kanaan akka ajaa ibaatti waan argachuu dandeessanuuf suuta hubadhaa waa’ee app kanaa

CHARJII BILBILA KEESSANII

Inni kambiraa ammoo charjii bilbila keessanii fii shabakaa yoo inni qabaate akkasuma eessa akka jiruufi waan baayyee baruu dandeessu fakkeenyaaf
bilbilli keessan kan isin jalaa bade sun charjii qaba moo hinqabu shabakaa qabamoo hinqabu guutuu oso silkii keessan hin argin silkii nama biraa fuutanee irratti waa’ee silkii keessanii baruu dandeesu

Dabalataan nama ittiin xalafuus nidandeessu Appin kun google woliin kan hojjetu yoota’u nama feetan silkii isaa irratti app kana yoo buuftan akkuma kana waa’ee nama sana guutummaan guutuutti baruu nidandeeessu akkasuma
iccitii waan silkii nama sanaa keessa jiru hunda baruufii silkii keessanirrattis gad buufachuu nidanseessu

Appiin akkana ammaan dura dhufee hundi shabakaa malee hojjechuu kan hindandeenye yoo ta’u inni kun garuu shabakaa malee dalaga kana jechuun silkii inni isin calaftan sun shabakaa yoodhabe appin kun isiniif dalaguu danda’a

NAMA XALAFUU

Hojii app kanaa keessaa inni lammaffaan nama xalafuudha akkuman armaan olitti isiniif kaasee ture nama xalafuu barbaaddanirratti app kana buufaattu waan isin ajaa’ibu appin kun fuula mubaayilaarra balleeffamuu nidanda’a erga app kana nama xalafuu feetan irratti gadi buuftanii booda fuula mobaayila nama sanaarraa nidhoksitu sanaa booda
waan barbaaddan gochuu dandeessu

Appin kun itti fayyadamni isaas xiqqaadha baayyee isin hin cinqu email fii paswardi qofa
erga itti naqattanii waan godhamuu qabu innuu isin agarsiisa kan kanarraahafe nutis vidio hojjennee youtube keenyarra isiniif keenyee waanjirruuf achii ilaaltanii hojjechuu dandeessu waan hijjetamuu qabu hunda isiniif hojjenneerru kanaaf vidio keenya ilaalaa
namaafis sheer godhaa

App kana akkuma beektan linki isaa bakka nuti isiniif keenye qofarraa buufachuu qabdu akkumabeekamu appin yeroo hojjetamu waan wolfakkaatu heddutu jira
nutis adda baafnee liinkii filannee isiniif keenyee waan jirruuf bakka nuti isiniif keenyerraa buufadhaa kandabalataa woliifis sheer gochuu hinfagatinaa
nus jajjabeessaa yaada keessanis nuuf qoodaa waan dubbiftaneef galatoomaa ulfaadhaa

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *