Bilbila Keessan Yo Hattuun isin Duraa Hatee Salphumatti Argachuufi

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalleetti camera yookaan kameeraa Suuraafii vidio ittiin woraabuuf isiniif mijatu yookaan vidio keessan haala tik tok
sanatti isiniif bareechee isiniif woraabu qabannee isiniif dhihaannee jirra haga dhuma barreeffama keenyaa kanaatti Obsaan nu hordofaa

Cameraan haga ammaa jiru hundi vidio
Ittiin woraabuuf kan namaaf himijanne
ture garuu amma kameraan inni nuti arra isin agarsiifnu kun kamera baay’ee bareeda
Fakkeenyaaf namoonni youtube faa dalagdaniifii dalaguuf fedhii qabdan kameeraa maallaqaan bitachuu isin himbarbaachisu app nuti arra isin agarsiifnu kana qofa buufachuun itti fayyadamtu .

APPIN KUN WAAN AKKAMIITI?

App kana wogga buufattan mobaayila
Keessanirratti megabiyite dhibba lamaa.gadi qofa kan fudhatu yoota’u Playstoory irratti namoonni miliona hedduun buufataniiru dabalataan sanduuqa yaadaa jalatti appiin kun baay’ee akka isaanitti tole dubbataniiru Maarree appin kun osoo suuraa hinkaasin dura filter yookan waan suuraa kee bareechu bufa barbaadden achirra siif jira Akkuma tik tok irratti argitan sanatti wanta
hundaawuu niqaba kanaaf ati app sana qofa buufachuutu sirraa eeggama jechuudha irra hedduun namaa youtubee dalaguuf silkii bareedaa fii camera bitachuu turan amma garuu sun hafee jira gabaabumatti sikii kee irratti app kana buufachuun akka barbaaddetti vidiokee woraabuufii suuraas kaasuu nudandeessa.
.Appin kun ammaaf andround qofarratti Dalaga kana jechuun garuu siki iphone. qofa irratti hindalagu garuu silki kan iphone Ala jiran hundumarratti dalaguu danda’a

Fakkeenyaaf namoonni filmii adda addaa dalaguuf fedhuu qabdan app kana qofa fayyadamuun akka ajaa ‘ibaatti filteri
isaa qofa fayyadamuun akkuma tik tok kitti nama bashannansiisuu dandeessu maal kana qofa vidio edite gochuu akkasuma suuraa edite gochuus nidandeessu

vidio gaggabaaboofii suuraa bifa miidhagaa ta’een hojjechuuf homaa app biraa keessa seenuu isin himbarbaachisu akkeenyaaf suuraa keessan buckround yo yookan dudduubba suuraa keessanii jijjiiruuf achuma keessatti jijjiiruu dandeessu kambiraan ammoo uffata keessan uffata keessan bifa barbaaddaniifii alaabaa feetanitti jijjiirrachuuf homaatokko hinrakkattanu
Achuma keessa waan jiruuf achumatti jijjiiruu dandeessu

dabalataan barreeffamaalee garaa garaa
Suuraa keessanirratti barreessuuf moodeela barbaaddanitti barreessuu nidandeessu appin kun abar kuma Lamaaf digdamii sadi keessa waan hijjetameef wanti hundinuu waan isin
takkaa hin argin qofa kanaaf appi kana akka buufattan isin affeerreerra

HUBADHAA

App kana bakka nuti linke isiniif kenye qofa
Irraa bufachuu qabdu sababiin isaas
Nuti yeroo hunda app isa filataamaa qofa
Wolitti qabnee waan achi siniif keenyuuf
linkii keenya cuqaasuun bakka nuti isiniif
Keenyee buufadhaa hiryoottan keessaniifi. Linki keenya dabarsaafii galatoomaa Wancanna kana hunda obsaan dubbiftaneef yeroo haarii isiniif yaata’u

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *