Diraama Ykn Filmii Kartooniin Hojachuuf App Aja’ibaa

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti Suuraa namaa ashaan gullittii fakkeessanee haala ittiin diraamaa garaa garaa hojjechuu danda’amu isin agarsiifna Waan ta’eef hanga dhuma barreeffama
Keenyaatti obsaan nu hordofaa

Appin nuti arra isin agarsiifnu wantoota armaan olitti isiniif ibsene kana kan isiniif hojjetuudha maarree app kana namoonni hedduun kan barbaadan yoota’u Kaan ammoo argatanus free yookaan tola. haala ittiin fayyadamuu danda’amu beekuu..dhabani kanaaf nutimmoo app.isa Sirrii kan free isiniif hojjetu qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf nu hordofaa Appin arra nuti isin agarsiifnu bifaafii maqaan isaa kanuma duraan isin beektan yoota’u garuu apdate waan godhameef App isa qulqulluu qabannee isiniif waan dhihaanneef bakka nuti isin agarsiifnuu buufadhaa.

Egaan appiin kun amma arra duraa maallaqa yoo kaffalame malee itti fayyadamuun kan hin danda’amne yoo ta’u arra ammoo kan fre dalagu haala ittiin inni dalagu isiniif ibsina

HAALA KAMIIN FREE DALAGA?

App kana wogga buufattan shabakaa keessan erga itti bantanii booda wantoota xixxiqqoo free isiniif akka dalagu waan hayyamameef isa free jedhu cuqaaftu Sana booda waan barbaaddan irratti.hojjettu yoo dabalataan kan maallaqaa feetanis kan duraan gatiu guddaa arra ammoo gatii gabaabaa kaffaluun fayyadamuu dandeessu’

App kanaan yoo hojjettan fakkeenyaaf.midiyaa akka tik tok kwai Fii like irratti vidio gaggabaabaa tapha qabu yoo hojjettan hordoftoota hedduu.yeroi gabaabaa keessatti horachuu dandeessu ofiifillee bashannana garaa garaa hedduu qaba fakkeenyaaf kan akka geemii fii xaboota jedduus niqaba

Kana qofa osoo hintaanee suuraa nama
barbaaddanii fiddanee irratti dalaguus Bidandeessu kanaaf app kana bakka Nuti isin agarsiifnu qofaa buufadhaa. waa’ee app kanaa namoonni hedduun amma.dura nugaafataa waanturaniif Sher woliif godhaa yeroo sanatti appin Kun free waan jedhamu waan hin qabneef
kanaaf bamootaaf hin agarsiifne

Kanaaf waan barbaaddan waan sammuu
keessan bashannan siisu hunda irraa.. argachuu dandeeessu suuraa keessanillee. bakka babbareeda irra isiniif kaa’a waan heddduuqaba vidio wditer waan akka ajaa.’ibaatti dalaguu fanda’us niqaba kanaaf vidioo keenya kan tiik tok faceboock akkasumas youtube irratti.. isiniif hojjennu hordofuun itti fayyadamuu
dandeessu

Kabajamtoota hordoftoota keenya barnootni nuti arraaf isiniif qabanne dhihaanee waan hedduu isinitti tolu jennee.abdannuudha waan hanga ammaatti nu hordoftaneef hedduu galatoomaa ulfaadhaa sheer woliif gochuu. hindagatinaa nagaan niuf turaa amma barnoota biraatiin wol arginutti

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *