Fageenya irraa Nama Feetan Osoo inni Himbeekin Xalafuu

Assalaam alaykum warahmatullaahi wobarakaatuh jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam nagumaa? alhamdulillah nuti nagaadha.

Kanatti aansuun arra wanti nuti qabannee isiniif dhihaanne Akkuma mataduree dubbiftan (APP )fageenyarra fageenyatti biyya barbaaddanitti nama feetan xalafuu isin dandeessisu qabannee isiniif dhihaannee jira. maarree hordoftoota keenya waa’ee APP kanaa akkuma beekamu barreeffamaan isiniif ibsina hanga tokko suuta dubbisaa.

APPIIN nuti arra isiniif qabannee dhihaanne kan duraa irraa.adda akkuma beekamu technologin yeroo yerootti waan haaraa fii kan duraatii ol ta’u hojjechuun woldorgoma APPIN arra isiniif dhiheessine kan amma dhihoo kana hojjettameedha

AKKAATAA ITTI FAYYADAMA APP KANAA

Duraan dursa vidio waa’ee APP kanaa karaa fb fi tiktok akkasuma youtube irratti vidio isiniif hojjenne erga laaltanii booda bakka nuti liinkii app kanaa isiniif keenyee bufattani sana booda APP kana mobayila nama xalafuu feetan sana irratti akkanni buufatu gootu sana booda haala nuti isin agarsiifne sanaan hojjettu

App kana isin bilbila keessan irratti buusuu isin himbar baachisu liinki dhaan seentanii ilaaltu yeroo ittin nama feetan sana ilaaluu feetanitti appiin kun garlamaninu shabakaa barbaada.

APPIN kun bootaa mobaayila keessanirratti waan xiqqoo qofa qabata kambiraa yeroo app kanatti fayya damtan beeksisa garaa garaa kan hin qabne yoota’u haalli ittiin app kana banattanuufii itti fayyadamtan salphaadha akka app biraa isin hin rakkisu.

FAAYIDAAN DABALATAA APPII KANAA MAALI?

APPIN kun bilbila xalafuu qofa osoo hintaanee faayida dabalataallee niqaba👌innis screena bilbilaa sher gochuudha fakkeenyaaf akka meseenjeraatti silkiin hiryaa keessanii yookan kan namaa biraa biyya tokkorraa gara biyya biraateessanii sirreessuufi nidandeessu

Kun fakkeenya misenjeraa isiniif kaafne malee hojiin app kanaa isa kan misenjeraa irraa adda garuu akkuma miseenjeraa sagalee wolii kan dhageessan yoota’u qulqullina baay’ee bareeda ta’e qaba

AKkA TASAA ISCREENNI BILBILA KESSANII YO KAN
HIN DALAGNE TA’E MAAL GOOTU?

Akkuma armaan olitti isiniif ibsuuf yaalletti APPIN kun waabaau’ee kan duraan hinjirre qabatee dhufee jira isaan keessaa inni tokko screena yookaan fuula bilbila keessanii yoo kan hindalagne yookaan kan ibsa hin
ibsine ta’e bilbila biraa irratti email dhaan hidhuun Waan bilbila sana keessa jiru arguu fii gara barbaaddan irratti sheer gochuu nidandeessu.

Dabalataan appiin kun yeroo dhihoo waan gadhiifamef namoonni ammallee waa’ee app kanaa himbeekanu kanaaf gabaabumatti itti fayyadamuu dandeessu kanaaf hundi keessanuu buufadhaa yoo nama xalafuullee dhiiftan ofiif akka hinxakafamneef isin gargaara

AKEEKKACHIISA

App kana hammeenyaaf akka itti hifayyadamne
nuti wanti asirra isiniif gadhiifnuuf akka isin barattanuf yokaan akka isin hinxalafamneefi maale hammeenya wolitti hindalaginaan dhaamsa keenyaa nagaatti
waan dubbiftaneef galatoomaa isin jaallanna

App As tuqaa Buufadha LNG

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *