imon waan Haaraa aja’ibaa fide IMO VIDIO NAMA WORAABUUN Hafe Akksumas Screenshot Nama kaasuun Hafee

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuu
nagaan keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsinetti imoo dhaan yoroo vidio haasoftan akka namni isin hin woraabne dhurkuu dandessan qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma barreeffama keenyaa suutaan dubbisa

Amma dura jaalalleen lamaan yogguu imoon woliin haasawan tasa naworaabaa jettanii yaaddawaa kan turtan hundi guyyaa arraa booda imoon namni vidio naworaaba jettanii shakkuun hafe jira kunoo imoo mataasaa danda’e kan akka namni vidio fi screen shut isin hin goone dhurku qabannee isiniif dhihaannee jirra

Akkuma beekamu technolojiin yeroodhaa gara yerootti fedhii hawaasaa hubachuun wanta ummanni fedhu hojjetaa jira.kanumaan wol qabatee namoonni imoo wogga vidio wogga woliin dubbatam gocha himbarbaachifne woliin erga hojjetanii booda vidio wol woraabuun midiyaa hawaasaarra wol gadhiisu.

Maarree kana hubachuun imoon haaraan waan kana hundarraa bilisaa dhufeera baga gammaddan jechaa haala itti fayyadama app kanaa fii bakka isin argattanis wolumaan qabannee isiniif dhihaannee jirra akkuma beektan nuti waan hawaasa fayyada jennee yaadnu yeroo hunda hordofuun kan qabannee isiniif dhihaannu yoota’u inni arraa kunimmoo hedduu

nuboonsa

HAALA KAMIN OFIRRAA DHORKINA?

Nama vidio isin woraabu ofirraa dhorkuudhaaf
app arra nuti isin agarsiifnu kana buufattanii akkuma imoo mormaali duraanii lokkoofsa keessaniin banattu sana booda homaa wanti isin waan biraa gootan hinjiru imo dhuma kanatu wogga namni isin woliin dubbachaa
jirtan sun isin woraabuuf yaadutti scren rocorder appi jedhamu akkanni isin hin woraabne dhorka

Maal kana qofa vidio keessan sana scren shot yookan suuraa isin kaasuullee hindanda’u imo dhuma sanatu ofumaaf dhorka maarree imoon kun maal kana qofa beeksisa kan yeroo namatti bilbiltanii irraa cufattan yookaan namni isinitti bilbilee isin irraa cufate daqiiqaa tokko yookaan seconde 30 f vidio biraa isin agarsiisu
san imoon inni nuti arra isin agarsiifnu kun hinqabu free jechuudha

Imoo nuti arra isin agarsiifnu dheheenya kana waan hojjetameef rakoo imoon kambiraa qabu bundarraa bilisa fakkeenyaaf biyoottan tokko tokko kan akka duba i faa vipn fayyadamtan malee kan hindalagne inni kunimmoo qulqullinaan bakka feetanitti dalaga

NETWORK HO?

imoon arra nuti isin agarsiifnu kun netwarkii bakka dadhabaa ta’ettillee sirnaan dalaguu kan danda’uudha fakkeenyaaf yeroo hedduu datan keessan facebooka fi messengera kan dalagu imoo kan hindalagne nijira. kan akkasii sun imo arraa nuti isin agarsiifnu kana yoo buufattan guutummaan guutuutti imos isiniif dalaguu danda’a

barnoota keenya arraa kana hundi keessan akka
itti gammaddam abdii qabna sababiin isaas
namoonni irra hedduun imo ittiin bilbiluuf waan
jaallatanuu furmaata rakkoo vidio nama woraabuu sodaa kan qaban furmaata bareeda nita aafi jennee waan amannuufi imoon bilbilaaf ergaa gabaabaa baay’ee filatamtuudha kanaaf akka isin jaallattan asumaan amanne

maarree vidio nuti facebooka fi tik tok akkasuma
youtube keenyarra isiniif keenye ilaaluun akkaataa
itti buufachuu dandeessan hubadhaa kambiraa ammo imoon kun play story irraa hin argattan waanta’eef bakka muti isin agarsiifnu qofarraa buufadhaa waan dubbiftaneefis heddee hedduu isin galateeffanna akkasumas hir yoottan keessaniif qooduu hindagatinaa hanga barnoota biraatiin wol arginutti nagaan nuuf turaa

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *