mobaayila Haaraa Bahuu Yeroo ini Baheeti Argachuuf

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan
akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti
APPI mobaayilli haaraan wogga bahu
Achirra fidee isiniif kaa’uufii gatii isaas
Waa’ee mobaayilichaas wolumaan kan isiniif himu qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma sagantaa keenyaatti obsaan dubbisaa.

Mobaayilli haaraan wogga gadhiifamu humna isaafii waan inni mobaayila biraarraa adda ta’e manuma keessan teessaniii baruu dandeesu. app arra nuti isiniif himnuun. egaa appiin kun gatii mobaayilichaafii sistama mobaayichi qabu
waan mobaayilichi hojjechuu danda’u jabina isaa fii maallaqa haga bitattanuun

akkasuma location bakka bitachuudandeesanuun guutumman guutuutti isiniif kaa’a. maarree isinis ilaaltanee filattanee bitachuu dandeessu .

FAAYIDAA APPII KANAA DABALATA

APPIN kun tajaajilli inni kambiraa ammoo
waa’ee mobaayila dhuunfaa keessaniiti.
innis battery keessan jabina isaa baruu
hagam akka turu hagam akka qabatuufi
qulqullina vayirasii baatiriis ni eega .

Tajaajilli inni lammataa ammoo cameraa.
Cameeraan mobaayila keessanii kan
hin qulqulleessine yoot’e akkasuma suuraa
kaasuurrati rakkoo siistamaa kan qabu yoota’e appin kun rakkoo cameraa keessanii guutummaa guutuutti furuu danda’a kambiraan ammoo ibsaa mobaayila keessanii. ibsaan mobaayila keessaniii yoo dadhabaa ta’ee jechuun kan sirriitti hin ifne yoota’e akka inni ifa dabalu gochuu kan danda’uudha kambiraa ammoo wifi . Wifi keessan namaaf hidhuufii namarraa hidhachuutti rakko kan qabu yoota’e yokaan sithing dogoggortanee yoo balleessitaneettu ta’e
Ofumaa isaatiif bakka gaafa duraatti isiniif
deebisuu danda’a

RUULER YOOKAAN SAFARTUU

Wanti ajaa ‘ibaa appiin kun qabu ruler yookaan safartuu wanta meetira xixiqqaa
ta’e tokko safaruu yoofeetan app kana keessa isiniif jira inni kambiraan ammoo
gaafii mobaYilaa rakkoo qabdan achirratti
Yoogaafattan achumaan abbaa mobaayila keessan tolche sanaan woliin isin quunnamsiisu’guutummaan guutuutti app
Jawaala keessanirra jiru hunda ittiin too achuu dandeessuu.

MOBAYILA NAMNI QABATE BITACHUUF

Mobaayila namni qabatee ture yookaan aroogee namarraa bitachuu yoofeetanis dursa app kana irratti buusuun waa’ee jawaala sanaa addaan baafachuu dandeessu’ rakkoo inni qabu osoo namtokko hin gaafatin ofumaaf baruu dandeessu.

Qophii keenya gara dhumaarra waan geenyeef dhumarratti wanti nuti isiniif himnu app bakka nuti isinitti agarsiifne qofarraa buufadhaa sabababiin isaas nuti yeroo hunda app isa bareeda filannee Isiniif dhihaanna waanta’eef playstory irraa himbuusinaan dhaamsa keenya waan dubbiftaneef galatoomaa hiryoottan keessaniifis sher gochuu hindagatinaa
haga yeroo biraatiin barnoota addaa qabannee isiniif dhihaannutti nagaan nuufturaa isinjaallanna

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *