Namni Akka Dhoksan isin Hin hordofne Of Eeguuf

Assalaam alaykum warahmatullahu wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan
akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti
APPI nama isin xalafuuf application biraa mobaayila keessanirratti buuse addabaasee keessaa remoove godhu qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma sagantaa keenyaatti obsaan nuhordofaa

Appin arra nuti isin agarsiifnu bakka tokkootti waa afur kan qabuudha isaanis
.1 Nama isin xalafuuf yaale isin beeksisuu
2 mobaayila keessan qulqulleessuu
3 dhagaa baatirii keessanii eeguu
4 vayirasii silkii qulqulleessuu
me kana hunda adda addaan ilaallaa

NAMA ISIN XALAFU

1 Namni isin himbeekne tokko yoo isin
xalafuuf yaale osoo isin hin argin waan
fedhe yoogodhe fakkeenyaaf app silkii
Keessanirratti buusuun yookaan email
Keessan hatuun nama kana addaan
baasee waan sil kii keessanirratti bu’e
Yookan waan haaraa keessumattuu dhuksaan gama silkii keessaniitti bu’e addaan baasuun screen yookaan Fuula jawaala keessaniirratti ol isiniif baasa sana booda yoo alleessuu barbaadde achumaan sitti agarsiisa atis gama app yookaan sithing tokkollee Osoo hingalin achumarraan balleessuu dandeessa

2 MOBAYILA KEESSAN QULQULLEESSUU

Namoonni sil kiin keessan osoo isin homaa
Mobaayilarraa hinqabne guute isiniin jedhu silkii keessan vayirasiin guute jechuudha Yookan dublicate waan dachaan jiru adda baasee guba. Fakkeenyaaf sirba tokka yeroo lama silkii keessanirra jiru suuraa app fi kan kana fakkaatan
Ofumaa isaaf guba.

3 DHAGAA BAATIRII

Dhagaa baatirii keessanii nageenyaa isaa
eguuf appin kun baay’ee barbaachisaadha
fakkeenyaaf mobaayila charjii irra keessanii yeroo raftanuu yeroo dheeraa erga guutee erra kanturu appin kun Wogga dhagaan kee parsantii 100 guute
ofumaaf ibsaa irraa dhaaba kana jechuun rakkoo hamaa silaa dhagaa kee irra gahu hambise jechuudha kambiraa amoo Yeroo owwa keessari ati silkii fayyadamtu dhagaan kee miidhamaa yoo jiraate sibeeksisa atis beeksisa sana laaltee
daqiiqaa hamma ati bogochuu qabdu Isumatu waan siif kennuuf boqochiiftee Itti deebita.

4 VAYIRASII QULQULLEESSUU

silkii keerraa vaayirasii niqulqulleessa Kana jechuun wanttota ati gad buufte Muziiqaafi suuraa faayila garaagaraa Kan yeroo ati itti cuqaafte hindalagne Silkiikee cinqu adda baasee siif guba

Kan dabalataa ammoo owwa mobaayila kee fii parsantii owwa naannoo keetii Itiin beekuu dandeessa dakkeenyaaf Silkiin kee temprechara parsantii Meeqa akka danda’u siif hima owwi
naannoo keetii parsantii meeqarra akka jiruus sittima gaafa silkiin kee Owwee hijjechuu dide daqiiqaa meeqa akka ati obsuu qabdu siif himaa

Barnoonni nuti arra isiniif qabannee dhuhaanne kan haga ammaa dubbiftaneedha akka waan gaarii irraa hubattan ni abdanna waan dubbiftaneef galatoomaa App kana bakka nuti liinkii Isiniif keenye qofarraa buufadhaa vidio keenya karaa fb tik tok akkasuma Youtube irraan yoodawwattan hubannoo dabalataa ni argattu hiryoottan keessaniif Sheer gochuu hindagatinaa galatoomaa

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *