Qubee Afaan Oromo Dogoggora Tokkoo Malee Barreessuuf keyboard Afaan Oromo kana fayyadama

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti App barreeffama afaan oromoo akka ajaa ibaatti ittiin barreessitanuufii ofiifillee Isiniif barreessuu danda’u qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma sagantaa keenyaatti suuta dubbisaa

Akkuma beekamu teknoolojinn yeroodhaa
gara yerootti waan haaraa qabatee dhufa
kan darberra haaromsuu fii cimsuun dhufa
Kanaafuu Appiin keybourdi afaan oromoo
kan amma dura jirurra sirriitti dhimma afaanii irratti kan hojjetame app ajaa’ibaati
fakkeenyaaf kan amma dura jiru jechoota
afaan oromoo guutummaan guutuutti
namaaf berreessuu hindanda’u kana jechuun fakkeenyaaf jechoota atu barreesssuuf yaaddu dura bu’ee siif kaa’uu Qubaa (A )yoo barreessitu jechoota afaan oromoo qubee (A )irraa ka’u heddumminaa Siif kaa’uu jechuudha Appin arra nuti isiniif qabannee dhihaanne kun kanne akkanaa
guutuu qaba

Fakka fakkeenyaaf jecha (oromoo) jedhu barreessuuf jalqaba qobee (o) yoo keessan Jechoota afaan oromoo kan qubee (o)irraa
Egalu kudhanii hanga kudha shanii ol isiniif tarreessa jechuuta barreessuuf yaaddan
Sana gabaabumatti osoo him arreessin argattu jechuudha kanaafii kanneen akka Mallattoo tuqaa mallattoo qoodduu mallattoo hammattuu fii mallattu hudhaa akkasuma irra butaa haala barreessuuf Isiniif mijatutti kan qabuudha appiin nuti arra isin agarsiifnu

JECHOOTA SAGALEEN DUBBATTAN GARA
BARREEFAMAATTI JIJJIIRUU

Faayidaan app nuti arra isin barsiifnuu
Inni lammataa ammoo sagaleen waan Dubbattan gara barreeffamaattu isiniif Jijjiiruu kun ammaa faayidaa guddaadha Fakkeenyaa tasa jarjartanii barreeffama Tokko barreessuu yoofeetan sagaluma qabuun jechoota akka isiniif barreeffamu Feetan battalumatti isiniif barreessee
Kaaa’uu danda’a

kan biraan ammoo boca qubeewwaniiti
Bocaafii haalluu qubeewwanii akka feetanitti jijjiiruu akka dandeessan haala Isiniif mijeessee waan jiruuf gara barbaaddanitti jijjiiruu dandeessu fakkeenyaaf qubeewwan gaafa mata duree Yookaan loogoo profaayilii guruupiiwwan
Garaa garaa geengoo godhanii barresssuu Faa sirriitti kan isin gargaaruudha

Wolumaa galatti appiin kun yeroo dhihoo
Namoota oromootiin kan hojjetame Yoota’u app baay’ee bareeda kana booda Keybourd afaan oromoo qofatti fayyadamuun faayidaa keenya qofa osoo. Hintaanee nama isa kana hojjetellee
Jajjabeessuufii bu’aqabeessa akka ta’u Gochuun nidanda’ama kanaaf app Arraa kana akka itti fayyadamtan kabajaan Isin affeerrerra

Kanaaf app arra nuti isin barsiifnu kana
Liinkii isaa filannee bakka nuti isiniif keenye Kana qofarraa buufachuu qabdu Akkuma amma dura isinitti himaa turre app Hunda isa orginaala filachuun bakka linki Waan isiniif keenyuuf achumaa buufattu Gaafa buufattan homaa wanti inni isin gaafatu waan hinjirreef gaduma buufattanii Yeroo tokkoof seenuun ayyama itti gootu. Jalqaba garuu keybourd biraa yooqabaattan dursa irraa cufuu yookan Gubuu hindagatinaa kabajamtoota Maamiltoota keenya barnoonni
Nuti arraaf isiniif qindeessine kan haga Ammaati waan dubbiftaneef galanni keenya guddaadha ulfaadhaa kea

App As tuqa Buufadha Afaanota 135 kan jijiruu danda’u Oro

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *