System Haaraa Haala Bilbila keessan System Namni Beeku Hin Dandeenyen Qoolofatan

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuu
jirra jirtuu bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti paaswardii yookaan cuftuu screena mobaayila keessanii kan haala addaatiin isiniif qollofu qabannee isiniif dhihaannee jirra.

Egaan kabajamtoota hordoftoota keenya qulfiin kan nutu arra isin agarsiifnu kan amma duraarraa waa hundaan adda fakkeenyaaf paaswadii keessan kan silkii keessan ittiin qollofattan yoobarbaaddan sa’aatii dhaan qollofattu ‘ kana jechuun haga sa’aatiin adeemuun paaswardiin keessan jijjiirama

Fakkeenyaaf isin sa’aatii 2:00 irratti yooqollofattan
yeroo jawaala keessan banachuu feetan sa’aatii3:00 yoota’e paaswardii jawaala keessanii sa’aatii ilaaluun 3:00 jettanii itti guuttani wolumaagalatti sa’aatiidhaan deema jechuudha kanaaf paswadii kun kan amma yoonaa jiruun adda

Hubadhaa nama feetan namabira teesssnii jawaala keessanakka feetanitti yoobanattan yookan paswaadii jawaala keessanii namatti yookennitan yeroo lammeessaatti namni sun paaswradii keessan sana banuu hindanda’u
jechuudha sababiin isaas inni sa’aatii keessan woliin adeema waanta’eef

Isin yoofeetanis patarnii yokaan paswardii dhaan
qollofuu nidandeessu kana males faayidaa hedduudha qaba wolumaa galatti appiin kun kan amma yoonaa jirrraa adda akkuma beekamu technolojiin yeroo dha gara yerootti jijjiiramaa waan haaraa fidaa adeema maarree kunisa appiin dhiheenya kana waan play story irra gadhiifameef kan addaa ta’uun hin shakkisiisu

FAAYIDAA DABALATAA APPI KANAA

Faayidaan dabalataa appi kanaa ammoo applikeshinoota garaa garaa akkasuma wifi keessan ittiin qollofuudha fakkeenyaaf app feetan mata mataatti akka qulfii godhatuuf isin gargaara appiin isaan qollofames paswardii mataa isaa qaba paswardi feetanis itti jijjiiruu nidandeessu

Kan wifis akkasuma wifi keessan qophaatti akka
namni biraa osoo isin himbeekin hin fayyadamne gochuu dandeessu kana malees waan nuti isiniif
himbarreessin hedduudha qaba isin ofii keessanii
ilaaluun kana caalaa waan haaraa argattu

dabalataan vidioo keenya jalqaba hordofuuu qabdu vidio keenyarraayis barnoota waa’ee app kanaa dabalataan ni’argattu kanaaf vidioo keenyas ilaalaa akkasuma vidio keenya hiryoottan keessaniif qoodaa ofiis erga fayyadamtanii hiyoottan keessaniifis dabarsaa

WAA’EEN APPI KANAA MAAlFAADHA

Appiin kun jalqaba jawaala keessanirratti mega bayiti xiqqaa fuudhata kana jechuun salphumattii bootaa xiqqaa fudhata hanga vidio daqiiqaa kudhanii hincaalu inni dabalataa shabakaa tokkollee himbarbaadu bilaashatti itti fayyadamtu kan itti aanu beeksisa tokkollee hinqabu kana jechuun mobaayila keessaniif mijataadha

Hubadhaa yeroo hunda appiin beeksisa hinqabne
jawaala keessan hin owwisu kana jechuun mobaayila tokko tokko kan owwu rakkoo app beeksisa qabuu ta’uu isin barsiifnee turuun niyaadatama

kanaaf haala kanaan itti fayyadamaa kan biraa
liinkii app kanaa bakka nuti isiniif keeny qofarraa buufattu nuti yeroo hunnda app verjinii isa orjinaala filannee linki asirra waan isiniif keenyuuf play stoory irraa himbuusinaa waan dubbiftaneef galatoomaa

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *