Suuraa Bade Akkaataa Itti Deebisuu Dandeessan

AKKAATAA ITTI SUURAA BADE DEEBISUUN DANDA’AMU.

Aappii DiskDigger Photo Recovery jedhu Play Store irraa buufadhaa.

Appicha eegaliitii Yeroo Inni Allow yks Denny Jedhee Si Gaafatu Allow Godhi. Filannoo sakatta’uu Isa jalqabaa bira darbi,Filannoon kunis basic Scan jedhama .kun egaa Suuraa hunda deebisuu hin danda’u. Suuraalee hunda bade akka siif deebi’u yoo barbaadde filannoo Full Scan jedhu fayyadamuu qabda.Kuusaa keessoo bilbila keessanii barbaadaa. Kun yeroo baay’ee kutaa /data ti.

Isa tuqi, sana booda gosa faayilii barbaaduu filadhu. Appichi battalumatti scan gochuu jalqabee agarsiisa Sana booda suuraalee heedduu siif tarreessa. Suuraalee haqaman qofa hin agarsiisu-fakkii hunda kuusaa keessoo bilbila keessanii keessa jiru agarsiisa. Adeemsichi akkasitti xumuramuuf yeroo fudhata. Al takkattis suuraalee haqaman kana hunda deebisuu dhiisuu danda’a.yeroo irra deebi’uun scan gochuu qabda.

Appii murtaa’e tokkotti save gochuu dandeessu, ykn kallattiin galmee kaameraa keessanitti deebisuu dandeessu. Folder barbaadde filattee suuraa kee achi keessa kaawwachuu dandeessaa.

Suuraalee keessan gatii guddaa qaban jalqaba irratti akka hin dhabneef karaan hundarra gaariin bakka tokkotti duwwaa gochuudha.
Karaan salphaan apps back up godhu fayyadamuudha Suuraalee Android gara clouditti Appilikeeshiniiwwan kun ni hojjetu.
callistee duubatti deebitee to’achuu dandeessa yeroo suuraa keessan save gootan. Isaan gara qofaatti folder haaraa irra kaa’i.

Suuraan gosa daataa barbaachisaa meeshaa keessan irratti argamu qofa miti; bilbila Android keessan irratti waan hunda backup gochuuf karaalee gaarii ta’an beekuu qabdu.

APP rakkoo bilbila keenya ittiin ilaallu dandeenyu kana DOWNLOAD godhaa

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *