Nageenya hindaganne alaamanaan akkam nagumaa? arra kanan qabadhee isiniif dhihadhe waan ajaa’ibaati akkuma beekamu technoolojiin yeroodhaa gara yerootti jijjiiramaa deema. maarre kan arraa kunis waan addaati.
NAMA TOKKO OSOO INNI HIMBEEKIN WHATSAPPI ISA
HORDOFUU.
Namni tokko osoo isin himbeekin waa isin jalaa hatee yoobade karaa whatsaappii isaatiin hordoftanee argachu haala isin ittiin dandeessanuu hunda appinkun isiniif mejeesseera .
Kanamalees jaalalleen keessan yoo isin sobee bakka jiru isin dhokse gaafii tokko malee bakkanni jiru baruu nidandeessu ‘
APPIN KUN NAMOOTA BIYYA ALAA JIRAATANIIF MURTESSAADHA.
Namoonni biyya alaa jiraattan bakka feetan teessanii jaalallee keessan hordofuu nidandeessu.
fakkeenyaaf jaalallee keessan bakka hojiisaa naannoo inni hojjetu waan beektanuuf eessa jirta jettanee hin gaafattanu.
APP kana fayyadamuun ofii keessaniif bakka inni jiru dursitanee ittimuu dandeessu.
yoo inni bakka hintaane jiraate bakka akkanaatii maalgoota jettanii nigaafattu bakka isin itti locetiona isaa argitan yoo isin mormeisin sobeera jechuudha
WAAN isin ajaa’ibu namticha isin whatsaap isaatiin isa hordofuu barbaaddan location isaa banaa ta’us banaata’uus banaa ta’uu baatus shabakaa qabaatus shabakaa dhabus akka feetaneetto yeroo feetanetti ilaaluu nidandeessu.
APP kana playstoory irratti namoota hedduutu buufate. akkasuma kommenti irratti namoonni yaada kennan APPIN kun akka jabaa ta.eefii nama APP kana hojjete galateeffachuutti argamu.
Maarree isinis buufachuun akka itti fayyadamtan isin affeereera
Akkuma beektan barnoota yeroo yeroon
waan yeroon wol fakkaatu technoolojii haarawa isin barsiisaa turuun niyaadatama isins fayyadamaa akka taatan yaada keessan naan gahaa turtane .
kanaaf jalqaba vidio an isiniif woraabee erga hordoftanee booda app kana buufachuun fayyadamaa akkataatanu isin affeereera.
APPIN KUN JAALLLE QOFAAF MITI
appin kun fakkeenyaaf namoonni biyya lafa hibeekne keessatti mushaawara waammachuuf shabakaa yoo hinqabne lakkoofsa whatsaapp keessanii qofa itti kennuun kallattumaan gara keessan akka dhufu gochuu nidandeessu fakkeenyaaf saud arabia
APIN KUN SAUD ARABIATTI
FAYIDAA MALII QABA.?
akkuma beekamu keessaafuu saud arabiyaa keessatti dalagaa jijjiirrachuuf mushawara nama barbaachisa bakka jirtanuufii bakka dhaquufeetan yoo himbeekne APPIN KUN ISIN FAYYADA
App As tuqa Buufadha WLY




