Tekinoloojii

App Suura fi Video keessatti dhokfachuu Dandeesan App Aja’ibaa

Assala alayikum warahmatullaahi wobarakaatuu jirra jirtuu alaamanaan sa.aa namaan baga jiraattan isiniin jechaa arra kan nuti qabannee isiniif dhihaanne APP vidio -suuraa -barreeffama -fii awudio keessa kaawwattan qabannee isiniif dhihaannee jirra. Egaan kabajamtoota hordoftoota keenya akkuma beekamu waa.ee app kanaa barreeffamaan waanisiniif ibsinuuf suuta obsaan dubbisaa Egaan APPIN arra isiniif qabannee dhihaanne kunapp haalaan filatamaa …

App Suura fi Video keessatti dhokfachuu Dandeesan App Aja’ibaa Read More »

App Suura fi Video isin Dura delete ta’e Hunda isinif deebisu fayiloota isin dura badan Hunda

Duraan dursa baga bara haaraadhaan isin gahe worra baranaa kan bara egeree isiniin jechuun barbaada . Kanatti aansuun waan haaraa bara haaraan wol fakkaatu kan isin yeroo dheeraaf barbaadaa turtan maamiltoota keenya arra kan nu isiniif qabannee dhihaanne app suuraa gubate fii vidio akkasuma fayili hunda guutummaan guutuutti isiniif deebisu kan bara haaraa isiniif qabannee …

App Suura fi Video isin Dura delete ta’e Hunda isinif deebisu fayiloota isin dura badan Hunda Read More »

Haala Bilbila keesan samsung Gara iPhone tti jijjiiratan

APP sistama yookaan keessa mobayila keessanii gara siistama IPHONE TTii jijjiiruu isin dandeessisu qabannee isiniif dhihaannee jirra. Akkuma beekamu dursa waa.ee APP kanaa barreeffamaan waan isiniif ibsinuuf suuta dubbisaa. Mobaayila feetan yooqabaattan gara siisatamaiphoniitti jijjiiruuf app nuti arra isin agarsiifnu buufachuu qofatu isinirraa eeggama . APP kanayoo buufattan salphumatti gara iphonitti jijjiiruuudandeessu. FAAYIDAAN ISAAHOO MAALI …

Haala Bilbila keesan samsung Gara iPhone tti jijjiiratan Read More »

Haala jaalalle keessan Bakka Feetan Teesanii WhatsApp isaa Hordofuu itti Dandeessan

Nageenya hindaganne alaamanaan akkam nagumaa? arra kanan qabadhee isiniif dhihadhe waan ajaa’ibaati akkuma beekamu technoolojiin yeroodhaa gara yerootti jijjiiramaa deema. maarre kan arraa kunis waan addaati. NAMA TOKKO OSOO INNI HIMBEEKIN WHATSAPPI ISAHORDOFUU. Namni tokko osoo isin himbeekin waa isin jalaa hatee yoobade karaa whatsaappii isaatiin hordoftanee argachu haala isin ittiin dandeessanuu hunda appinkun isiniif …

Haala jaalalle keessan Bakka Feetan Teesanii WhatsApp isaa Hordofuu itti Dandeessan Read More »

Bilbila keessan akka Computer ti fayyadamuu dandeessu

Mobaayila keessan Iskiriinii jalqabaa ilaalcha kompiitaraatiin jijjiiri kan isin dandeessisu Appilikeeshin ajaa’iba bara kna 2020 kan akka gariitti bilbila isiniif bareechu haaraa! Waa’ee Hayyama Argachuu Faayilota Hundaa Lancher kun full featured file manager kan qabu yoo ta’u kunis kuusaa meeshaa guutuu barbaadu. Backup fi restore function akkasumas hayyama kuusaa argachuu barbaada. Android keessan irratti Computer …

Bilbila keessan akka Computer ti fayyadamuu dandeessu Read More »

Akkamitti message jaallallee keetii hordofuu dandeessa?

Bakka mudaa hin qabne qofa geessu! app haaraan kun maqaa Share Notification Manager jedhamu kan beeksisa keessan bakka tokkotti qooduuf, save gochuu, hordofuuf isin gargaaru. Appiin Beeksisa Qoodi kun beeksisa isinii fi miseensota keessanii kanneen biroo bakka tokkotti qooduuf kan gargaarudha. Appii fe’amee fi beeksisa appii sirnaa kamiyyuu qooduu dandeessu. Namoonni baay’een miidiyaa hawaasaa (akka …

Akkamitti message jaallallee keetii hordofuu dandeessa? Read More »

Muziiqaa fi video adda addaa salphaatti kan edit ittin goonu App haaraa tempo video maker

Gulaalaa viidiyoo muuziqaa trendy kan bu’aa fi ce’umsa qabu, appii sirboota waliin gulaaluu Amaloota Addaa• Filtaroota qulqullina olaanaa qaban dhibbaan lakkaa’aman kanneen fayyadamtootaaf fedhii adda addaa qaban guutuuf;• Bu’aan ce’umsaa addaa viidiyoo keessan adda taasisa;• Dhukaasa dachaa deeggaramee, fi salphaatti filter jijjiiruu;• Istikaara fuula istaayil ta’e;• Haala Iskiriinii Bal’aa;• Suuraa/viidiyoo kalaqaa keessan gara Facebook, Instagram …

Muziiqaa fi video adda addaa salphaatti kan edit ittin goonu App haaraa tempo video maker Read More »

Suuraa Bade Akkaataa Itti Deebisuu Dandeessan

AKKAATAA ITTI SUURAA BADE DEEBISUUN DANDA’AMU. Aappii DiskDigger Photo Recovery jedhu Play Store irraa buufadhaa. Appicha eegaliitii Yeroo Inni Allow yks Denny Jedhee Si Gaafatu Allow Godhi. Filannoo sakatta’uu Isa jalqabaa bira darbi,Filannoon kunis basic Scan jedhama .kun egaa Suuraa hunda deebisuu hin danda’u. Suuraalee hunda bade akka siif deebi’u yoo barbaadde filannoo Full Scan …

Suuraa Bade Akkaataa Itti Deebisuu Dandeessan Read More »