facebook keessan Akka Hatuun isin Duraa Hin Haneef App Hundi keessanu itti fayyadamu Qabdan

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan
akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti
App nama blok isin godhe online isaa ilaaluu dandeessan qabannee isiniif dhifaannee waan jirruuf hanga dhuma sagantaa keenyaa suuta nu hordofaa

Akkuma beekamu namoonni yeroo tokko
tokko tasa wolitti mufachuum block Wol godhanii yeroo dheeraaf turu sababakanaaf nama isin aarsitanii jennaan block isin godhe sana nageenya
Isaa baruuf Appin arra nuti isin agarsiifnu kun hedduu isin fayyada fakkeenyaaf jaalalleewwan lamaan woljaallatan akka tasaa yoo wol bilokan mageenya wolii baruuf hedduu rakkisaadha kanaaf App nuti arra isin agarsiifnu kanaan namni
blok isin godhe sun woyita inni online jiru akkasuma sa’aa meeqa akkanni online
ture fii sa’aa meeqa akkanni irraa bade App arra nuti isin agarsiif nuun baruu dandeessu.

Appiin kun kan inni isin agarsiisuu yookaan
Kan inni isin beeksisu bifuma osoo isin himblokinii sanatti yoota’u kan hafe ammoo wogga namni isin bloke sun online seenee messegi yookaan ergaa gabaabaa.isiniif erga.kan biraan daataa keessanillee baay’ee kan hinyaanne yoota’u Appin kun mobaayila keessanirrati lleen
Bootaa hedduu fudhatee mobaayila keessan isin jalaa hin cinqu .Appi kana playstory irratti nammooni miliona shantama kan buufatan yoota’u Sanduuqa yaadaa jalatti Appiin kun akka baay’ee gaarii ta’e dubbatu ee dhugaadha Na tokko osoo inni simiidhee rakkoonqabu. garuu gaafa ati nama miitee block sigodhe hedduu nageenyi nitichaa sun sirakkisuu danda’a kana sababa godhachuun appiin Kun kan hojjetameedha kanaaf isinis buufadhaa itti fayyadamaa

Kan biraan ammoo appin kun faayidaaleee hedduu kan qabuudha fakkeenyaaf Dataan keessan yoo biyya jirtanurratti hojjechuu dide akkanni hojjetuufii waan Inni duraan dalaguu dhaabeef battalumatti lafa isiniif kaa’akanamalee

appiin kun Faayidaalee garaa garaa kan qabuudha


inni irra cimaan ammoo silkii keessanirra. Rakkoon addaa yoo gahe fakkeenyaaf Sething garaagaraa irra galee yoo Dalaguu dide bakka inni rakkoo godhate Sana akkanni bakka gaafa haaraa isaatti deebisu yoo feetan silkii keessanirraa osoo wanni tokko hin gubatin deebifachuu dandeessu kan kanarraa hafe isin ammoo biufadhaa itti laalaa

AKKAATAA ITTI FAYYADAMA APPII KANAA

Akkuma ammaan dura beektan bakka nuti liinki isiniif keenyu sana liinkii duuka seenuun buufattu nuti yeroo hunda app isa Orginaala filachuun bakka sana isiniif keenya sana booda prosesii yookaan qajeelfama woma takkallee isin hingaafatu

Akka appii biroolleen beeksisa homa takkalleen isin hin cinqu keessaafuu silkii dadhabaa ta’eef filatamaadha kanaaf waan dubbisftaneef galatoomaa barnoonni Nuti arraaf karaa barreeffamaatin qabanne dhihaanne kan amma dubbiftaneedha maale hiryoottan keessaniif sher gochuun nugargaaraa barnoota dabalataa karaa

midiyaa keenyaa yutube facebooka fii tik tokiitiin

vidion waan barsiifnuuf achiin ammoo vidio nu hordofaa galatoomaa guddaa ulfaadhaa bakka bakka jirtan nagaan isiniif haabaay’atu ramadaana kanalle baga geessan woggaa woggaan Nama gahee soomu nuhaagodhu worra baranaa kan bara egere

App As Tuqa Buufadha STC

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *