Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti App meessejii fii waan namni isiniif ergee ka’ee gubu akka inni hin gubanne qabee isiniif taa’u qabannee dhihaannee waan jirruuf haga dhuma sagantaa keenyaa Suuta dubbisaa
Egaan yeroo baay’ee missejii yookaan suuraa fii vidio namni isiniif ergee ka’ee. Isin jalaa gubu hedduu akka nama arsu Isinii nibeektu maarree guyyaa arraa kana furmaata kanaaf ta’u guutummaan vuutuutti qabannee isiniif dhihaanneerra kabajamtoota hordoftoota keenya amma dura whatsapp dhaan akka namni misejii isiniif ergee ka’ee isin jalaa hingubne isin barsiisuun keenya niyaadatama
arrammoo watsapp qofa osoo hintaanee
Midia hunda kanneen akka imo meseenjera. Viber telegraama botimi fii. app bilbiluufii missejii akkasuma sagaleefii vidio erguu danda’u hundarra akka missejiin isin jalaa hin gubanne kan isiniif godhu app isin barsiifna
Fakkenyaaf yeroo hedduu kan nama rakkisu imoo akka ta’e nihubanna maarre appin arra nuti isin agarsiifnu kun imoo irratti faa sirriitti kan hojjetuudha baga gammaddan jechuu barbaanna
Keessaafuu jaalalleen keessaan yeroo heddduu waan isiniif erge isin jalaa gaafa gubu hunda caala nama aarsa kanaaf Appin kun sirriitti isin fayyada appin kun Mobaayila keessan irratti bootaa xiqqoo qofa kan fudhatu yoota’u bilbilli keessan bootaa najalaa qabata jettanii homaa hin yaadinaa fakkenyaaf appin kun wagga Namni waan isiniif erge deebisee gubu Bifa beeksisaatiin gubbaarratti isinitti agarsiisa
AKKAATAA ITTI FAYYADAMA APP KA NAA
akkaataan itti fayyadama appi kanaa waan
Hedduu isin cinquu miti app kana jalqaba
akkuma gadi buufattaniin keessa gaafa seentan woma tokkollee akka itti naqxan
Himbarbaachisu akkuma buufattaniin
keessa seentani sana booda app isin
Mobaayila keessanirraa qabdan bunda.
Kan bilbiluufii ergaa erguu danda’u hunda
Ol isiin baasa sana booda app akka miiseejiin isiniif eegamu barbaaddan mallattoo bantuu gartokkotti banuu qofa.
Sana booda ofumaaf meessejii isiniif hammatee qaba gaafa meessejiin namni isin jalaa gube beeksisa ol isiniif baasa
beeksisa sana yoo dhurkuu barbaaddan
dhurkuullee nidandeessu
HAALA KAMIIN MESSEJII APPIISANARRAA
ARGANA?
.haala kamiin misseejii gubate app sanarraa arganna kan jedhuuf deebii
Tokkoffaarratti inninuu missejii gubate
Beekisisa ol isiniif baasa beeksisa
Inni ol isiniif baase sana gaafa cuqaaftan
Keessa isin siinsisuun argattu
.lammaffaa ammoo appi sana keessa
gaafa seentan bakka meessejiin isin jalaa gubate fakkeenyaaf imo yoota’e imo
Cufaaftu sana booda misejji waan
Namaan haasoftan hunda kan gubateefii
Kan hin gubatin argattu sana booda yoo arbaaddan gadi buufattu erga gadi buufattanii booda yoofeetan nama sanatti erguun nama sana aarsuu dandeessu
Kan biraan ammoo appiin kun waan baay’ee isin tajaajiluu danda’a waa’ee app
Kanaa vidio nuti midiya keenyarratti isin barsiifne yoolaaltan caalaatti hubachuu dandeessu
Inni dabalataa app kana bakka nutu linkii isiniif keenye qofarraa argachuu dandeessu
Kanaaf bakkuna sanaa buufadhaa kajamtoota hordoftoota keenya barnoonni
Nuti arraf bifa barreeffamaatiin isiniif
Qopheessine kana fakkaata waan obsaan
dubbiftaneef hedduu galatoomaa ulfaadha
Hiryoottan keessaniifis sher gochuu hindagatinaa nagaan nuufturaa ramadaan karim
app As tuqa Buufadha STC
