Haala Bilbila keesan samsung Gara iPhone tti jijjiiratan

APP sistama yookaan keessa mobayila keessanii gara siistama IPHONE TTii jijjiiruu isin dandeessisu qabannee isiniif dhihaannee jirra.

Akkuma beekamu dursa waa.ee APP kanaa barreeffamaan waan isiniif ibsinuuf suuta dubbisaa.

Mobaayila feetan yooqabaattan gara siisatama
iphoniitti jijjiiruuf app nuti arra isin agarsiifnu buufachuu qofatu isinirraa eeggama . APP kana
yoo buufattan salphumatti gara iphonitti jijjiiruuu
dandeessu.

FAAYIDAAN ISAAHOO MAALI ?

Akkuma beekamu namoonni baay.een wanti jarri
iphoni jaallatanuuf sething isaatiifii securiti yookaan iccitii cimaa qaba .

Keessa deddeemtee waan barbaadde argachuufis
salphumatti waan barbaadde argachuu dandeessa. maarree app kana mobaayila keerratti yoobuufatte gabaabumatti waan (iphone)hojjetu hunda siif hojjechu danda.a jechuudha.

Kana jechuun wannoota namoonni barbaadanii
maallaqa guddaan (iphoni )bitanuuf silkuma keetiin gabaabumatti argachuu dandeessa jechuudha.

Dabalataan (appiin)kun beeksisa kan hin qabneefii shabakaa malee kan dalaguu danda.uudha. bakka yookaaan bootaa baay.ee hin fudhatu.

HAALA ITTI FYYADAMA APP KANA .

Jalqaba haala nuti isin argaraiifneen vidio keenya
erga laaltanii booda liinkii nuti asirra isiniif keenyu cuqaasuun buufattu. sanabooda gara iphonii salphumatti garagalchuu nidandeessu.

Gara mobaayila keessaniis deebisuuf gabaabumatti deebisuu nidamdeessu. akkuma isinuu beektan waan isin fayyada jennee amanne kan isin barsiisu yeroo yeroon isiniif qabannee dhihaachaa turre.

keessaafuu APPIN kun baay.ee waan isin fayyada
jennee yaannuudha kana jechuun waan nuti
barreeffamaan isiniif ibsine caalaa kan nuti
hin himin baay.eedha

FAAYIDAAN DABALATAA APPII KANAA MAALI?

Faayidaan dabalataa appiin kun qabu owwina mobaala keessanii niqannasa dabalataan ariitii
fakeenyaaf mobaayilli keessan yoo kan ariitii
hinqabne ta.e akkanni arifatu isiniif taasisa.

Kan biraa appilcationa bifa miidhagaata.een isiniif
tolcha maqaalee aplicationaas gara (iphone)tti
jijjiira. fakkeenyaaf play story kan jedhu
app story jedha.

Dabalataan barreeffamoota feetan barreessuuf
keybourd haala gaariin kan sticker barbaaddane
argachuu dandeesssan akka qabu hubadhaa.

Akkuma beekamu key bourd iphone sticker hedduu qabaachuudhaan beekama kana hunda niqaba

iphone tFM

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *