Diraama Ykn Filmii Kartooniin Hojachuuf App Aja’ibaa

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti Suuraa namaa ashaan gullittii fakkeessanee haala ittiin diraamaa garaa garaa hojjechuu danda’amu isin agarsiifna Waan ta’eef hanga dhuma barreeffamaKeenyaatti obsaan nu hordofaa Appin nuti arra isin agarsiifnu wantoota …

Diraama Ykn Filmii Kartooniin Hojachuuf App Aja’ibaa Read More »

Namni Akka Dhoksan isin Hin hordofne Of Eeguuf

Assalaam alaykum warahmatullahu wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaanakkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaallettiAPPI nama isin xalafuuf application biraa mobaayila keessanirratti buuse addabaasee keessaa remoove godhu qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma sagantaa keenyaatti obsaan nuhordofaa Appin arra nuti isin agarsiifnu bakka …

Namni Akka Dhoksan isin Hin hordofne Of Eeguuf Read More »

mobaayila Haaraa Bahuu Yeroo ini Baheeti Argachuuf

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaanakkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaallettiAPPI mobaayilli haaraan wogga bahuAchirra fidee isiniif kaa’uufii gatii isaasWaa’ee mobaayilichaas wolumaan kan isiniif himu qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma sagantaa keenyaatti obsaan dubbisaa. Mobaayilli haaraan wogga gadhiifamu …

mobaayila Haaraa Bahuu Yeroo ini Baheeti Argachuuf Read More »

imon waan Haaraa aja’ibaa fide IMO VIDIO NAMA WORAABUUN Hafe Akksumas Screenshot Nama kaasuun Hafee

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuunagaan keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsinetti imoo dhaan yoroo vidio haasoftan akka namni isin hin woraabne dhurkuu dandessan qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma barreeffama keenyaa suutaan dubbisa Amma dura jaalalleen lamaan yogguu imoon woliin haasawan tasa naworaabaa jettanii yaaddawaa kan turtan hundi guyyaa arraa booda imoon …

imon waan Haaraa aja’ibaa fide IMO VIDIO NAMA WORAABUUN Hafe Akksumas Screenshot Nama kaasuun Hafee Read More »

Bilbila isin Dura Badee Tokko Salphumatti Argachuuf

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuu magaan keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsinetti APP bilbilli keessan yoo bade masmara malee itti bilbiltanii argachuu dandessan qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma barreeffama keenyaa suutaan dubbisaa Appin arra nuti qabannee isiniif dhihaanne kun waan baay’ee ajaa’ibaati fakkeenyaaf bilbilli keessan yoo isinjalaa bade yookaan hattuun hatte …

Bilbila isin Dura Badee Tokko Salphumatti Argachuuf Read More »

App Batteryn Bilbila Keessani Yo Rakkoo Qabaatee isinif Himu

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuujirra jirtuu bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsinetti APP battirii keessan ittiin marammartan yookaan humna baatirii keessanii ittiin beekuu dandessan qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma barreeffama keenyaa suutaan dubbisaa Fakkeenyaaf namoonni mobaayila namarraa bituubarbaaddan baatiriin mobayila sanaa hagam akkacimuufii dadhabaata.e gabaabumatti app kanafayyadamuun …

App Batteryn Bilbila Keessani Yo Rakkoo Qabaatee isinif Himu Read More »

App Humna Saffisa intarneeta isinif Dabalu

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuujirra jirtuu bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsinetti app saffisa intarneetaa yookaan humna interneetaa isiniif dabalu qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma barreeffama keenyaa suutaan dubbisaa Appin arra nuti qabannee isiniif dhihaannee keessaafuu namootaa naannoo shabakaan laafaata’e jiraataniifii akkasuma wifi dadhabaa fayyadaman hundaaf hedduu …

App Humna Saffisa intarneeta isinif Dabalu Read More »

App Battery Bilbila Keesanii isinif Qusatu

Assalaam alekuma worahmatullah wobarakaatuhuu akkam nagumaa ? baga nagaan jiraattanii yoona geessan maarre arra wanti nuti qabannee isiniif dhihaannne akkuma matadureetti isiniif ibsuuf yaalletiAPP charjii mubaayola keessanii isiniif qusatuhaala isin itti argattanuufii itti fayyadamtan barreffamaan waan isiniif ibsinuuf suuta dubbisaa. APPIN kun faayidaa hedduu qaba isaan keessaa inni tokko chaarjii mubaayila keessanii qusachuudha haala inni …

App Battery Bilbila Keesanii isinif Qusatu Read More »

System Haaraa Haala Bilbila keessan System Namni Beeku Hin Dandeenyen Qoolofatan

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuujirra jirtuu bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti paaswardii yookaan cuftuu screena mobaayila keessanii kan haala addaatiin isiniif qollofu qabannee isiniif dhihaannee jirra. Egaan kabajamtoota hordoftoota keenya qulfiin kan nutu arra isin agarsiifnu kan amma duraarraa waa hundaan adda fakkeenyaaf paaswadii keessan kan silkii …

System Haaraa Haala Bilbila keessan System Namni Beeku Hin Dandeenyen Qoolofatan Read More »

App Password Wifi Barbaadanii isniif cabsuu Danad’u

Assalaam alaykum warhmatullahi wobarakaatuujirra jirtuu bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti paaswardii wifi kamiinuu cabsuu nidandeessu Egaan kabajamtoota hordoftoota keenya akkaataa ittiin wifi cabsuu dandeessaniifii APP wifi cabsuuf isin gargaaru qabannee waan isiniif dhihaanneef barreeffama keenya kana hanga dhumaa suutaan dubbisaa nutis akka isiniif galuufii akka dubbifamaaf …

App Password Wifi Barbaadanii isniif cabsuu Danad’u Read More »