Fageenya irraa Nama Feetan Osoo inni Himbeekin Xalafuu
Assalaam alaykum warahmatullaahi wobarakaatuh jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam nagumaa? alhamdulillah nuti nagaadha. Kanatti aansuun arra wanti nuti qabannee isiniif dhihaanne Akkuma mataduree dubbiftan (APP )fageenyarra fageenyatti biyya barbaaddanitti nama feetan xalafuu isin dandeessisu qabannee isiniif dhihaannee jira. maarree hordoftoota keenya waa’ee APP kanaa akkuma beekamu barreeffamaan isiniif ibsina hanga tokko suuta dubbisaa. …
Fageenya irraa Nama Feetan Osoo inni Himbeekin Xalafuu Read More »









