Uffata Suura ittiin Kaatan App Alaabaa Oromootti isinif jijjiru

App uffatuma isin uffattanee
suuraa ittiin kaatan alaabaa oromiyaa kan abbaa gadaa kan adda bilisummaa oromoo
kan ethiopia fii kan barbaaddan irratti isiniif jijjiiruu danda’u qabadhee isiniif dhihaadheera.

Appin kun uffanni keessan haalluu fedhellee yoo inni qabaate gara alaabaa isin
barbaaddaniitti qulqullinaan isiniif jijjiira.

Dabalataan suuraalee keessan haala ammayyaawaa ta’een edite gochu qulqulleessuu fii bifa fokkataa yokan wannoota fuula namaa irratti fukkisanii muldhatan sirreessuu ykn
dhoksuu nidandeessu.

Dabalataan dudduubba suuraa keessanii bakka barbaaddan ofkaa’uu nidandeessu bakkoota mimmiidhagoos niqaba.

Appiinkum mobaayila keessani
irratti bagga guddaa hin fudhatu.

Beeksi tokkollee kan hin qabneefii haala mobaayila. keessan hin miineen hojjetame.

Keessaafuu facebooka irratti suraalee guyyaa guyyaan gadhiisuuyoobarbaaddan uffata bituu isin himbarbaachisu

fakeenyaaf uffata gabaaba fii dheeraa akkasuma adiifii gurraacha kootiifii shamizii
bifa garaagaraa gootanee gadhiisuu dandeessu.

Bara kana keessa uffata haaraa bituun himbarbaachisu.

Waan isin ajaa iba kophee keessanillee jijjiiruu waan danda’uuf kophee haarawa bituun isin himbarbaachisu

Appiin kun uffata mataa isaallee kan isinitti tolchu bifa miidhagaa qaba kan akka fedhetti isinitti galuu danda.u.

Isinirraa wanti eeggamu . Istaayila ittiin suuraakaatan qofa tolfachuudha

fakkeenyaaf teessanee fii kaatanee akkasuma kolfitanee akka isinitti tolutti

sana booda mana keessan Keessa duddaan ciiftanii akka nama suuraa haaraa uffata haaraa dhaan ka’eetti guyyaa guyyaan gadhiifattu.

Wolumaa galatti kannnen barreffamaan ibse hojii app kanaa keessaa isa muraasa.
Isin gaafa buufattan kanaa’ol waan baay’eeittiin hojjechuu dandeessu.

App kana namoonni hedduun
nijaaldhatu hojii gaarii waan yeroon wol fakkaatu hunda ittiin hojjechuu dandeessu.

Egaa app kana fayyadamuun namoonni tokko tokko tik tok fi facebooka irratti uffata isaanii irratti alaabaa tolfachuun hojjetaa kan jiran yoota’u namoonni baay’een akkamiin hojjenna wan jedhu nagaafataa jirtani.

Maarree anis gaafii keesaniif deebii qabadhee dhufeetan jira

App As tuqa Buufadha GHR

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *