faayidaa Google Photo

faayidaa google photos Google Photos appii suuraa kuusuu fi qoodu kan bilbiloota Android irra caalaan (kan akka Google Pixel 7) irratti dursee kan fe’amee fi iOS, Windows, fi Mac irratti kan argamudha. Appiin galmee Google meeshaalee gulaaluu, gurmaa’ina miidiyaa sirrii, duumessa duukaa bu’uu, fi qoodinsa wal-xaxaa ta’een guutameera. Qajeelfama jalqabaa barbaaddanis ta’e waa’ee amaloota baay’ee …

faayidaa Google Photo Read More »

Telegram jechuun maali?

Telegram jechuun maali? Telegram meeshaa ergaa battalaa kan ta’ee fi lakkoofsa bilbila keessan osoo hin qoodin illee namoota quunnamtii keessan irraa ergaa erguu fi fudhachuuf isin dandeessisudha. Kana kan godhu pirootokoolii qunnamtii MProto jedhamuun beekamu kan yeroo tokkotti osoo hin walqabsiifamin meeshaalee hedduu irratti session adda addaa banuuf dandeettii siif kenna. Sagantaan kun bara 2013 …

Telegram jechuun maali? Read More »

waa’ee Facebook Hunda Barruuf Barreeffama Armaan Gadii dubbisa

WA’EE FEECBOOKA Feesbuukiin bara 2004 kan hundeeffame Maark Zuukarbarg, Edwaardoo Saaveeriin, Daastiin,Neetworkiin kun hatattamaan yunivarsiitiiwwan Booston biroo, Ivy League fi dhuma irratti yunivarsiitiiwwan Ameerikaa hundaatti babal’ate. Teessoon kun doolaara kuma 200n erga bitamee booda Hagayya 2005tti Facebook ta’e. Manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa US Adoolessa bara 2005 irraa eegalee galmaa’uu danda’u, sana booda addunyaa guutuutti babal’achuu …

waa’ee Facebook Hunda Barruuf Barreeffama Armaan Gadii dubbisa Read More »

MISSEJI YOOKAAN ERGAA GABAABA FI WAAN NAMNI ISINIIF ERGE AKKA HIN GUBANNE

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti App meessejii fii waan namni isiniif ergee ka’ee gubu akka inni hin gubanne qabee isiniif taa’u qabannee dhihaannee waan jirruuf haga dhuma sagantaa keenyaa Suuta dubbisaa Egaan yeroo …

MISSEJI YOOKAAN ERGAA GABAABA FI WAAN NAMNI ISINIIF ERGE AKKA HIN GUBANNE Read More »

facebook keessan Akka Hatuun isin Duraa Hin Haneef App Hundi keessanu itti fayyadamu Qabdan

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaanakkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaallettiApp nama blok isin godhe online isaa ilaaluu dandeessan qabannee isiniif dhifaannee waan jirruuf hanga dhuma sagantaa keenyaa suuta nu hordofaa Akkuma beekamu namoonni yeroo tokkotokko tasa wolitti mufachuum block …

facebook keessan Akka Hatuun isin Duraa Hin Haneef App Hundi keessanu itti fayyadamu Qabdan Read More »

Qubee Afaan Oromo Dogoggora Tokkoo Malee Barreessuuf keyboard Afaan Oromo kana fayyadama

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti App barreeffama afaan oromoo akka ajaa ibaatti ittiin barreessitanuufii ofiifillee Isiniif barreessuu danda’u qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma sagantaa keenyaatti suuta dubbisaa Akkuma beekamu teknoolojinn yeroodhaagara …

Qubee Afaan Oromo Dogoggora Tokkoo Malee Barreessuuf keyboard Afaan Oromo kana fayyadama Read More »

App Yeroo Bilbili isinif Bilbilamu Maqaa Abbaa isinif Bilbilee Sagaleen isinif wamee isinif himu

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti APPI nama isiniif bilbile yookaan isiniif barreessee maqaa adda baasuun  isiniif himu fii faayidaa dabalataa hedduu qabu qabannee isiniif dhihaannee waan jirruuf haga dhuma sagantaa keenyaatti obsaan dubbisaa …

App Yeroo Bilbili isinif Bilbilamu Maqaa Abbaa isinif Bilbilee Sagaleen isinif wamee isinif himu Read More »

Bilbila Keessan Yo Hattuun isin Duraa Hatee Salphumatti Argachuufi

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalleetti camera yookaan kameeraa Suuraafii vidio ittiin woraabuuf isiniif mijatu yookaan vidio keessan haala tik toksanatti isiniif bareechee isiniif woraabu qabannee isiniif dhihaannee jirra haga dhuma barreeffama keenyaa kanaatti …

Bilbila Keessan Yo Hattuun isin Duraa Hatee Salphumatti Argachuufi Read More »

App Bareefama Afaan Feetani Afaan Oromootti isinif jijjiru Danda’u

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaallet afaanota addunyaa kanarra jiran kanneen google keessa galan hunda gara afaan oromootti jijjiiruu nidandeessu egaan kabajamtoota hordoftoota keenya haga dhuma sagantaa keenyaa ibsaan dubbisaa Akkuma beekamu technoolojiin guyyaa …

App Bareefama Afaan Feetani Afaan Oromootti isinif jijjiru Danda’u Read More »

Diraama Ykn Filmii Kartooniin Hojachuuf App Aja’ibaa

Assalaam alaykum warahmatullahi wobarakaatuhuu jirra jirtuu kabajamtootaafii jaallatamtoota hordoftoota keenya akkam alaamanaan Sa’aanamaan bakka jirtan hundatti nageenyi keenya isin haagahu. egaan akkuma mata dureetti isiniif ibsuuf yaalletti Suuraa namaa ashaan gullittii fakkeessanee haala ittiin diraamaa garaa garaa hojjechuu danda’amu isin agarsiifna Waan ta’eef hanga dhuma barreeffamaKeenyaatti obsaan nu hordofaa Appin nuti arra isin agarsiifnu wantoota …

Diraama Ykn Filmii Kartooniin Hojachuuf App Aja’ibaa Read More »