admin

DHUKKUBBII KALEE FI MALLATTOOLEE FURMAATA ISAA

Dhukkubbiin Kalee Maali? Dhukkubbiin Kalee miira namatti toluu dhabuu naannoo tiruu keessan jiru irraa dhufudha. Yeroo baayyee dhukkubbii naannoo cinaacha, dugda ykn garaacha kee keessatti sitti dhaga’amu jedhamee ibsama. Garuu dhukkubbiin naannoowwan kanneen yeroo hunda mallattoo dhimma tiruu miti. Dhukkubbii Kalee dhukkubbii dugdaa idilee jedhanii dogoggorsuun salphaadha. Garuu dhukkubbiin kalee dhukkubbii dugdaa wajjin wal bira …

DHUKKUBBII KALEE FI MALLATTOOLEE FURMAATA ISAA Read More »

FAYIDAA JINJIBILAA Benefits of Ginger

FAYYIDAA JINJIBILA. Jinjibilli Biyya Keenya Keessatti Waan Beekamaadha.Kemikaalli Jinjibila keessatti argamu kan” GINGEROL” Jedhamu Fayidaa Heedduu Nuuf Kenna.Vaayirasii Qufaa Dadhabsiisa. Dhibee Qufaa Nurraa Ittisa Waan Taheef Yeroo Qufaan(Utaalloon)Nu Qabu Jinjibila Shaayee Waliin Danfisuun Yoo Dhugne Haala Gaariin Qufaa Ofirraa Ittisuu Dandeenya. Fayyidaa Jinjibila keessaa Inni Biraan Ammoo Sukkaara Qaama Keenya Keessa Jiru Gadi Buusa kana …

FAYIDAA JINJIBILAA Benefits of Ginger Read More »

Ilkaan Addeessuuf whiteening teeth

“YEROO GABAABAA KEESSATTI ILKAAN KEENYA ADDEESSUUF WANTOOTA BEEKUU QABNU. Egaa Ilkaan Keenya Addeessuuf Dirqama Mana Yaalaa Deemuu Nu Hin Gaafatu karaa Uumamaatiin Wantoota Naannoo Keenyatti Argaman Fayyadamnee Ilkaan keenya Addeessuu Ni Dandeenya. Nyaatota Naannoo keenyatti argaman kan Akka LomiifiDammaa.Loomii fi Damma Hoggaa Fayyadamnu. ilkaan keenya addeessuufJalqaba Bishaan Ho’aa Qopheeffanna. Itti Aansuudhaan Damma Fallaana Guddaa Lama …

Ilkaan Addeessuuf whiteening teeth Read More »

DAANDII MILKAAYINAA

KARAALEE 6 DAANDII MILKAAYINAA DHUGOOMSAN karaalee 6 Milkaa’ina JireenyaafAkkamiin Milkaa’ina Ibsina? Jireenya Keenya Milkeessuuf Maloota Garaagaraa Hedduutu Jiru,Garuu Tarsiimoon Salphumatti Si Milkeessu Akkaataa Ilaalcha Ati Jireenyaaf Qabdu Irratti Hunda’a , Yeroo Heedduu Kan Nuti Yaadnu Namni Qarshii Hedduun Kaffalamuuf ykn Miindaa Gaarii Nyaatu Milka’aa Nutti Fakkaata, Garuu Milka’inni Kan Ibsamu Kana Qofaan Miti ,Haata’u Malee …

DAANDII MILKAAYINAA Read More »

Debub Global Bank New job Vacancy 2022

EXTERNAL VACANCY ANNOUNCEMENT Debub Global Bank S.C wants to recruit the following professional; ✅Position One:Job Title: Senior Internal AuditorEducation (Minimum):BA in Accounting or related fieldsExperience: 4 years of relevant banking experience; 2 of which in auditingNumber Required: 1 (One)Place of work: Addis Ababa ✅Position Two :Job Title: Internal AuditorEducation (Minimum):BA in Accounting or related fieldsExperience: …

Debub Global Bank New job Vacancy 2022 Read More »

Plan International NGO New Job Vacancy 2022

Plan International works in Ethiopia alongside children, their families and communities to promote children’s rights and equality for girls. ☆We implement programmes in the regions of Amhara, Oromia, Southern Nations, Nationalities and Peoples’ (SNNP) and Gambella, and in the city of Addis Ababa. ☆All of our work focusses on the specific needs of girls and …

Plan International NGO New Job Vacancy 2022 Read More »

Awash Insurance Company New Job Vacancy 2022

✅Awash Insurance Company is one of the first few pioneer private insurance companies in Ethiopia launched following the liberalization of the financial sector in 1993. ✅Founded on a solid base and uniquely on cross-sectional composition, AIC is progressing in renewing its commitment to excellence. ✅ We always work for the maximum satisfaction of our customers …

Awash Insurance Company New Job Vacancy 2022 Read More »