“YEROO GABAABAA KEESSATTI ILKAAN KEENYA ADDEESSUUF WANTOOTA BEEKUU QABNU.

Egaa Ilkaan Keenya Addeessuuf Dirqama Mana Yaalaa Deemuu Nu Hin Gaafatu karaa Uumamaatiin Wantoota Naannoo Keenyatti Argaman Fayyadamnee Ilkaan keenya Addeessuu Ni Dandeenya.
Nyaatota Naannoo keenyatti argaman kan Akka LomiifiDammaa.
Loomii fi Damma Hoggaa Fayyadamnu. ilkaan keenya addeessuuf
Jalqaba Bishaan Ho’aa Qopheeffanna.
Itti Aansuudhaan Damma Fallaana Guddaa Lama Akkasumas Loomii Lama Qopheeffanna
Sana Booda Bishaan Hoaa Qopheeffanne Sanatti Damma Qopheeffanne Fallaana keenyaan Itti Daballa. tokkoon tokkoo waantota fayyadamnuu kun ilkaan keenyaaf fayidaa heedduu kennu keessumattu jabina ilkaan keenyaa fi qulqulina ilkaan keenyaaf waantota barbaachisoo tahanii dha.
Itti Aansuun Sirrriitti Waliin Makna. Eega sirnaan WalMakaneen Booda Loomii Itti Daballa.
Sana Booda walitti Fufiinsaan Torban Tokkoof Guyyaatti Sia Tokko ilkaan keenyaaf fayyadamna Fayyadamna.
Yoo Ganama Fayyadamne Baayyee Filatamaa taha. ilkaan keenya salphumatti ququlleessuuf nu fayyada
Kun Egaa Fayyidaan Isaa Ilkaan Addeessuu Qofa Hintaane ilkaanni Keenya akka hin nyaatamne taasisa
Inni Biraan Ammoo ilkaan keenya Rigachuu Dhaan.
Yeroo Rigachuu Jennu Akkuma Yeroo Biraa Samuna Ilkaan keenyaa Qofa Fayyadamnee Riganna Osoo In Taane
.Cilee ,Coca,Fi Colgate Fayyadamna.Jalqaba Irratti Daakuu Cilee Fi Colgate waliin Makna.
Sana Booda rigduu ykn burushii Ilkaan keenyaa Fayyadamnee Ilkaan Keenyatti Guutummaan guutuutti Dibna.
Sana Booda Turtii Daqiiqaa Shaniin Booda. bishaan qulqulluu Fayyadamnee lulluuqqanna Malli Inni Kun Egaa Waanta Yeroo Muraasa Keessatti Rawwatuudha.
Egaa Maloota Kanneen Fayyadamtanii Haala Salphaan Ilkaan keessan Addeessuu dandeessu.



